Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Magaalaa Goobbaa

  • Home
  • Ethiopia
  • Goba
  • Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Magaalaa Goobbaa

Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Magaalaa Goobbaa Bara 2014tti ummata Odeeffannoo mootummaa beekee guddina dinagdee, ijaarsa sirna dimokraasii fi bulchiinsa gaarii mirkaneessuu keessatti dammaqinaan qooda

Kabajaa Ayyaana  Alaabaa akka Magaalaa Goobbaatii Haala Ho'atiin Kabajamee Olee
20/10/2015

Kabajaa Ayyaana Alaabaa akka Magaalaa Goobbaatii Haala Ho'atiin Kabajamee Olee

05/10/2015
Ayyaani Masqalaa Magaalaa Goobbaati Haala Ho'atiin  kabajamee oleeHordoftoota Amanta Kiristaanaa hundaan Baga Ittiin Isi...
29/09/2015

Ayyaani Masqalaa Magaalaa Goobbaati Haala Ho'atiin kabajamee olee
Hordoftoota Amanta Kiristaanaa hundaan Baga Ittiin Isiin Gahee

20/09/2015
Barrii 2008 Kan Milkii,Badhaadhina fi Guddinnaa isiniif haa tahuu...
11/09/2015

Barrii 2008 Kan Milkii,Badhaadhina fi Guddinnaa isiniif haa tahuu...

Sagantaa Kennaa fi Galateeffannaa Boondii Marsaa 2ffaa Hojeettoota Mootummaa (Siivil sarvaantii) Magaalaa Goobbaa       ...
21/08/2015

Sagantaa Kennaa fi Galateeffannaa Boondii Marsaa 2ffaa
Hojeettoota Mootummaa (Siivil sarvaantii) Magaalaa Goobbaa
Ergaa Ijoo
Ijaarsa Hidha Haaromsa Itiyoophiyaa
Laga Abbaayyaa Milkeessuuf
Siivil Sarvaantiin Shoora Ol’ana bahaa jira...!!
Sagantaa Kanaan cinatiis Dhiiga Arjoomani jiru... Guyyaa 14/12/2007

Qindoomina Waajjiira Barnoota Magaalaa Goobbaa fi W/Dhi/Dar/Ispoortii Magaalaa Goobbaattin Barattoota Univarsitii irra d...
18/08/2015

Qindoomina Waajjiira Barnoota Magaalaa Goobbaa fi W/Dhi/Dar/Ispoortii Magaalaa Goobbaattin Barattoota Univarsitii irra dhufanii fi baratoota M/Barnoota adda addaa irraa baratan gurmeessuun Hojii Tola Oltummaa Biqqiltuu Dhaabuu M/B Araada Micaatti Taasifame...

Garee Kubbaa miilaa Hojeettoota Mootummaa Siivil Sarvantii Magaalaa Goobbaa...
18/08/2015

Garee Kubbaa miilaa Hojeettoota Mootummaa Siivil Sarvantii Magaalaa Goobbaa...

Daawwannaa Diyaasfooraa Godinaa Baalee Magaalaa Goobbaa fi Parkii Biyyoolessaa Gaarreen Baalee saanaatee fi Tulluu Diimt...
05/08/2015

Daawwannaa Diyaasfooraa Godinaa Baalee Magaalaa Goobbaa fi Parkii Biyyoolessaa Gaarreen Baalee saanaatee fi Tulluu Diimtuu daawwatanii jiru
Magaalaan Goobbaa Bagaa nagaan dhuftan Anaa dhufu jettii Magaalaan Goobbaa.

Daawwannaa Diyaasfooraa Godinaa Baalee Magaalaa Goobbaa fi Parkii Biyyoolessaa Gaarreen Baalee saanaatee fi Tulluu Diimt...
05/08/2015

Daawwannaa Diyaasfooraa Godinaa Baalee Magaalaa Goobbaa fi Parkii Biyyoolessaa Gaarreen Baalee saanaatee fi Tulluu Diimtuu daawwatanii jiru
Magaalaan Goobbaa Bagaa nagaan dhuftan Anaa dhufu jettii Magaalaan Goobbaa.!! Adooleessa 29 Bara 2007

Anaa Dhufu Diyaasfooraa Oromiyaa jettii Magaalaan Goobbaa!!!
04/08/2015

Anaa Dhufu Diyaasfooraa Oromiyaa jettii Magaalaan Goobbaa!!!

Dargagootaa Hojii Tala Oltummaa irraatti Hirmaatan:- Dhiigaa Arjoomuu, Harkaa Qalleeyyii Gargaaruu,Barnoota Gannaa Barsi...
04/08/2015

Dargagootaa Hojii Tala Oltummaa irraatti Hirmaatan:- Dhiigaa Arjoomuu, Harkaa Qalleeyyii Gargaaruu,Barnoota Gannaa Barsiisuu,Qulqulinnaa Naannoo Hojiiwwaan Muuxannoo Gaggaarii W/Dar.Ispoortii M.Goobbaa

Address

Goba

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Magaalaa Goobbaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share