East Africa

East Africa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from East Africa, Police station, Ethiopia Oromia, Ginch'i.

Jaalalli Namni Tokko Siif Qabu Dhugaa Yeroo Ta,u; Kunuunsaa Fi Hawwii Isaa Ni Argita, Yeroo Hunda Yeroo Siif Kennuuf Ni Hojjeta, Sababa Hin Qabu, Haala Hin Jijjiiru, Sin hin sobu♥️

.❤️Arsenaaliin qofa Ministeerri muummee Ingilaandi.✅️Taphoota shan walitti aansee Tohootinaam Hospariin injifatee jira. ...
22/02/2026

.
❤️Arsenaaliin qofa Ministeerri muummee Ingilaandi.
✅️Taphoota shan walitti aansee Tohootinaam Hospariin injifatee jira. Tokko jedhi.
✅️Tohootinaam Hospar Piriimiyer liigii Ingilaandi bara kana torbeewwan 9 walitti aansuun taphate tokkos hin milkoofne. Lama
✅️Isteediyeemii Tohootinaam Hosparitti imaluun taphoota 4 walitti aansuun injifateera. Sadi jedhi.
✅️Tohootinaam Hospar Piriimiyer liigii Ingilaandi 2026 tapha tokkos utuu hin moo'atin itti fufuu dirqame.sababa Dhukaastotaa.afur jedhaa.
✅️Darbii Landan dirreen ala imaluun erga moo'amee taphoonni 22 darban Arsenaal. Shan jedhi.
✅️Eberech Izee darbii Landan taphoota lama qofa irratti galchiiwwan shan Tohootinaam Hospar irratti lakkoofsise .Jaha jedhaamee.
✅️Piriimiyer liigii Ingilaandi torbeewwan 27 lakkoofsise irratti si'a heddu (18)kan moo'ate Arsenaal qofa. Torba.
✅️Piriimiyer liigii Ingilaandi torbeewwan 27 lakkoofsise irratti taphoota muraasa (3)kan moo'ame Arsenaal qofa. Saddeet.
✅️Piriimiyer liigii Ingilaandi torbeewwan 27 lakkoofsise irratti galchiiwwan muraasa(21) kan keessummeesse Arsenaal qofa. Sagal jedhaa.
✅️Piriimiyer liigii Ingilaandi torbeewwan 27 lakkoofsise irratti galchiiwwan heddu (56)kan lakkoofsise +35 kan qabu Arsenaal.kudhan
✅️Piriimiyer liigii Ingilaandi torbeewwan 27 irratti hirmaachuun taphoota heddu (13)irratti galchii homaa (0)kan hin keessummeessine Arsenaal. Kudha 1
✅️Viktor Yokaareesh (2) ,Eberech Izee (2) galchiiwwan 4 qabxii Damma Damma mi'ooftu 3 Arsenaaliif.kudha 2
✅️Jaalattanii jibbitanii dursummaan Piriimiyer liigii Ingilaandi fageenya qabxii shaniin kan dursu Arsenaal. Kudha 3
🥰Hammanuma dubbiin achi qabaa as qabaa hin barbaachisu.Ah


❤️Arsuu Dhukaasi mee
⚽️The Beautiful Game

21/02/2026
mee kaa'e qajeelu.......🙆🤦
16/02/2026

mee kaa'e qajeelu.......🙆🤦

Address

Ethiopia Oromia
Ginch'i

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when East Africa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category