Tajaajila Poolisii hawaasaa Bul/mag/ galamsoo Araddaa 01

Tajaajila Poolisii hawaasaa Bul/mag/ galamsoo Araddaa 01 TPH Araddaa 01 Bulchiinsa magaalaa galamsoo

05/04/2025
Raayyaan Ittisa Biyyaa hoggansa Shanee  Shoddee jedhamurratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.Bitootessa 27,2017(BBNO):- R...
05/04/2025

Raayyaan Ittisa Biyyaa hoggansa Shanee Shoddee jedhamurratti tarkaanfii fudhachuu beeksise.

Bitootessa 27,2017(BBNO):- Raayyaan Ittisa Biyyaa nama amanamaa Marroo kan ta'e hoggansa Shanee Shoddee jedhamurratti tarkaanfii fudhachuu beeksiseera.

Tarkaanfichi kan fudhatame Godina Wallagga Bahaa Aanaa Haroo Limmuu naannawaa Ganjii laga kormaa gara Sugiitti motoraan dhokatee osoo deemaa jiruu odeeffannoo RIB argateen gara galgalaa kana ta'uu ibseera.
Miseensonni Shanee isa waliin turan irrattis tarkaanfii fudhatamuu RIB beeksiseera.

Address

W/ra Poolisii Bulchiinsa Magaalaa Galamsoo
Gelemso

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tajaajila Poolisii hawaasaa Bul/mag/ galamsoo Araddaa 01 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Tajaajila Poolisii hawaasaa Bul/mag/ galamsoo Araddaa 01:

Share

Category