KFO Damee Magaalaa Garba Gurraachaa

KFO Damee Magaalaa Garba Gurraachaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from KFO Damee Magaalaa Garba Gurraachaa, Political organisation, Gebre Guracha.

30/05/2023
Kongiresiin Federaalawaa Oromoo ( Oromo Federalist Congress - OFC  ) Kora Sabaa Lammeessoo ALH'tti Bara 2014 Bitootessa ...
15/03/2022

Kongiresiin Federaalawaa Oromoo ( Oromo Federalist Congress - OFC ) Kora Sabaa Lammeessoo ALH'tti Bara 2014 Bitootessa 17-18'tti handhuura Oromiyaafi magaalaa guddoo Oromiyaa, Finfinneetti gaggeeffata. Miseensonniifi deeggartoonni dhaabichaa milkii kora kanaatiif qooda keenya akka bahannu waamicha gochaa, kora milkii jenna.
-
Garba Gurraacha, Salaale, Oromiyaa

Obbo Baqqalaa Garbaa fi Obbo Dajanee Xaafaa, Waajjira Muummee KFO Finfinnee, Caffee Aannaniitti hojiirratti.Dhaloonni is...
24/02/2022

Obbo Baqqalaa Garbaa fi Obbo Dajanee Xaafaa, Waajjira Muummee KFO Finfinnee, Caffee Aannaniitti hojiirratti.

Dhaloonni isin galateeffata. Warreen roorroof harka hin laanne, kam hidhaafi dararri duuba hin deebisne.

Kaayyoof Cichitanii cichoomina nu barsiistan🙏
-
Finfinnee, Oromiyaa
-

18/02/2022

Obboo Dajanee Xaafaa - Barreessaa I/Aanaa Koongiresii Federaalawaa Oromoo qindeessitoota Koree KFO Shawaa Lixaa Obboo Caalaa Dhiyessa fi Dr. Caalchisaa Faanaa waalin Mana Hidhaa Dirree Dawaatti kan argamu Qindeessaa KFO Harargee Bahaa Obboo Annuwaar Saanii dubbisani jajjabeessaniiru

17/02/2022

Labsiin muddamaa kaafameera ega jettanii, hidhamtoota siyaasaa hunda hiikaa!


Address

Gebre Guracha

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KFO Damee Magaalaa Garba Gurraachaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share