22/09/2016
Afuufaa(Bokooka) Garaa ni qabduu???
wantootni nutii guyyaa guyyaatti sooranuu fayyina qaama fi garaachaa keenyaaf gahe olaana akkuma qaban ,...beenyan qaama keenya irraan gahanis...
mee kannen afuufa garaa fidan haa ilaalu
Dhugaati lallaafa:-sababni isaas co2 waan gadi dhisanifidha.
Baqqelaa:-oligosaccarides waan of keessa qabuuf qaamni keenya bulleessuf baay'e rakkata.kanaafu osoo garaa bilcheessu hin dhaqin dura guyyaa 2-3 tiif bishaan keessa tursisne fayyaddamu qabna.
Firii anaanii(dairy products)
Nyaata Ashaboon itti baayate(salty foods) .....yeroo nyaata fayyaddamnee boode erga ture kan nuu bokooksu yoo tahe garuu dhukkuboota garaachaa waan tahuu dandahuuf yeroo garaa manaa yaala deemne ilaalamuun dirqamaa .
Kanaa hirdhisuuf ammoo kannen armaan gadi fayyaddamu ni dandeenya.
1.apple
2.Ananasii
3.loomii
4.paapaya
5.zingibilli fi kkf dha
waliif share haa goonu
yaada keessaniif galaattoomaa
maddii:-healthylifestylebase.com