KFO Damee Aanaa G/Jaarsoo

KFO Damee Aanaa G/Jaarsoo Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from KFO Damee Aanaa G/Jaarsoo, Political organisation, Fitche.

15/02/2022

KFOn Jaarmiyaa Hayyootaati

Maqaadhaaf Itoophiyaa keessa "Mana Maree Paartiilee Siyaasaa" wanti jedhamu kan miseensota paartiilee 53 qabu ni jira. Achi keessaa KFOn illee ni jira. Proofeesar Mararaan koree sana keessatti gahee qaba. Yeroo darbe dhimma Marii Biyyoolessaa Bilxiginnaan asiif achi ittiin deemtu kana ilaalchisee adeemsi Komishiiniin Marii Biyyaalessaa ittiin dhaabbate amanamaafi walaba miti jechuun proofeesar walgayii isaanii kanarratti dubbatee jennaan paartiileen , fi immoo yaada isaa mormanis paartiileen 50 ta'an yaada KFOn dhiyeesse deeggaruun bakkuma jirutti akka dhaabbatu gaafatan.

KFOn jaarmiyaa hayyootaati kan jennufi sababaani. KFOn haa waaru!

Address

Fitche

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when KFO Damee Aanaa G/Jaarsoo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share