Liigii Dargaggoota ODP Magaala Dodolaa

Liigii Dargaggoota  ODP  Magaala Dodolaa Hojiilee Magaalaa keennatti hojjatamantu guyyaa fi sa,aatiin dhiyaata.

Mariin qophii karoora dhaabaa fi mootummaa kan bara 2010 irratti miseensa jiraataa magaalaa  waliin  guyyaa sadiif gagge...
09/09/2017

Mariin qophii karoora dhaabaa fi mootummaa kan bara 2010 irratti miseensa jiraataa magaalaa waliin guyyaa sadiif gaggeffama ture guyyaa 01/13/2009 xumurame.

31/07/2017

Guyyaa 24/11/2009
Godina Arsii Lixaa Magaalaa Dodolaattl barattoota dhaabbilee olaanoo garagaraa keessatti barataanii leenjiin mata duree federaaliziimii jedhu irratti kennameera.

07/07/2017

Guyyaa 29/10/2009.
Bulchiinsa magaala Dodolaatti leenjiin gaggeessaa bu'uuraf guyyaa 10'f kennamaa ture.xumurame.

Address

Dodola

Telephone

+251226660499

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Liigii Dargaggoota ODP Magaala Dodolaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share