HDAR /Humna Dirqama Addaa Raawwatu

HDAR /Humna Dirqama Addaa Raawwatu Uummata oromiyaa gama siyaaslee,dinagdee fi hawaasummaan jijjiirree oromiyaa walaba ,uummata oromo b

29/08/2026
Elaamee Yaa Oromoo!Gaafa jennu gurra nu dhorkattan malee himneera . Ballaxaa Mollaa isiinitti agarsiisee jira . IHAPAN d...
26/08/2026

Elaamee Yaa Oromoo!

Gaafa jennu gurra nu dhorkattan malee himneera . Ballaxaa Mollaa isiinitti agarsiisee jira . IHAPAN dubartii babbareedduu arraba mi’ooftu foddaa TV baasee iyyisiisa, Izema jala lixxee gurra hooti, ABIN sobee ibsa baasa , Tamasgeen Xurunee jala taa’ee sokkuu Abiyyi eega , inni Wallagga jirus mormor gama jiru lafarraa ristii gaafataa nama ajjeesaa, hoggana inni jedhuu fi hayyuu isaanii ala kanaa qabsoo pp kuffiisuu Daboo gaafata , cuftuu wal dubbisee hojjeta. Keenya ammoo wal- cabsaa oola . Kana gidduutti Oromoo fi Oromiyaa imimmaan cobsaa jiraatu .

  waan bara 30dura caffeen oromiya murtesite amma hiriiba kaate gafatti
25/08/2026

waan bara 30dura caffeen oromiya murtesite amma hiriiba kaate gafatti

Tsimdoo wal diigaa jirti
25/08/2026

Tsimdoo wal diigaa jirti

Finfinnee fi Mootummaa Federaalaa! Dura:- Finfinnee magaalaa guddoo mootummaa Federaalti. Amma:- Finfinnee teessoo mootu...
24/08/2026

Finfinnee fi Mootummaa Federaalaa!
Dura:- Finfinnee magaalaa guddoo mootummaa Federaalti.
Amma:- Finfinnee teessoo mootummaa Federaalaati. just like Gamtaa Afrikaa! akka marii biyyaaleessaa irratti murtaa'etti jechuudha.

Finfinnee fi Oromiyaa!
Dura:- Oromiyaan Finfinnee irraa faayidaa addaa qabdi. Teessoo MNO ti.
Amma:- Finfinneen magaalaa guddoo Oromiyaati. Akka walii galtee marii biyyaalessaatti jechuudha.

Bifa kanaan yoo ta'e akkami? Jijjiirama ni qabaataa? Faayidaa hoo qabaa?

09/08/2026

Rakkolee wal xaxa siyaasa diñagdee fi hawasumma uummata harargee irratti as deemu hubatanii qolachuun barbaachisaadha
halli biyya tana uummata harargeef ulfataa tauuf deema
magaalotà harargee guututti dhàbsiisuu, dangaan duula itti banuu kessa qabenya isaani akka gurguràne gudhuu fi karaa kaniin maqaa gibiraafi gabbara adda adda jechuun buusii naanno biro hin jirre fidanii uummata kanan shoorarkeesà jiran akkàtti itti dhiifnaan halli kun daran jabaate itti fufa kanaaf uummatni harargee fala barbaduun gaariidhà
kanaaf fala yaada qaba

Address

Sabian
Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when HDAR /Humna Dirqama Addaa Raawwatu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to HDAR /Humna Dirqama Addaa Raawwatu:

Shortcuts

Share