Waajjira Dhimmoota Gurmaa'insa Ummataa Aanaa Dadar

Waajjira Dhimmoota Gurmaa'insa Ummataa Aanaa Dadar Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Dhimmoota Gurmaa'insa Ummataa Aanaa Dadar, Government Organization, Dadar, Deder.

Ispoortiin Aadaa Bu'uura Ispoortii Ammayyaati!------Muddee 17/2018.Ispoortiin Aadaa taphoota ispoortii dagatamaa dhufan ...
26/12/2025

Ispoortiin Aadaa Bu'uura Ispoortii Ammayyaati!
------
Muddee 17/2018.

Ispoortiin Aadaa taphoota ispoortii dagatamaa dhufan iddootti deebisuu keessatti gahee olaanaa qaba.

Kanuma bu'ureeffachuun Godina Harargee Bahaa Aanaa Dadaritti Waajjira Dhimmoota Gurmaa'insa Ummataatiin Taphni Ispoortii Aadaa Dagatame geggeeffame.

 .guyyaa 9/4/2018 Godina Harargee Bahaa Aanaa Dadaritti qindoomina Waajjira Dhimmoota Gurmaa'insa Ummataa Aanaa Dadar  f...
18/12/2025

.
guyyaa 9/4/2018 Godina Harargee Bahaa Aanaa Dadaritti qindoomina Waajjira Dhimmoota Gurmaa'insa Ummataa Aanaa Dadar fi magaalaa dadariin dhaadannoo 'aaf jedhuun guyyaan qaama miidhamtootaa kabajame.
================//===========
Akka addunyaatti marsaa 34ffaa akka biyya keenyaatti marsaa 33ffaa akka naannoo keenyaatti marsaa 24ffaan kabajame.
Ayyaanicha irrattiis itti gaafatamtuun waajjira Dhimmoota Gurmaa'insa Ummataa Aanaa dadar aadde karima Mohamed fi Itti gaafatamtuun waajjira Dhimmoota Gurmaa'insa Ummataa bulchiinsa magaalaa dadar aadde makiya shifaa argamanitti kabajamee oole.

Bishooftuun Kooriidariidhaan Miidhagina Goonfattee, Bu'uuraalee Misoomaatiin Jabeeffamtee, Irreecha Hora Harsadee Kabaju...
03/10/2025

Bishooftuun Kooriidariidhaan Miidhagina Goonfattee, Bu'uuraalee Misoomaatiin Jabeeffamtee, Irreecha Hora Harsadee Kabajuuf Qophii Taateetti.

26/08/2025

Address

Dadar
Deder

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Dhimmoota Gurmaa'insa Ummataa Aanaa Dadar posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share