Kominikeeshinii Waajjira Poolisii Aanaa Meettaa

Kominikeeshinii Waajjira Poolisii Aanaa Meettaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kominikeeshinii Waajjira Poolisii Aanaa Meettaa, Police station, Chelenko, Ch'elenk'o.

04/06/2025
 Waajjira Poolisii Aanaa Meettaatti Sirni Galateefannaa fi Beekkamtii gara garaa gaggeefame.  15/2017 Godina Harargee Ba...
22/02/2025


Waajjira Poolisii Aanaa Meettaatti Sirni Galateefannaa fi Beekkamtii gara garaa gaggeefame.

15/2017 Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaa Waajjira Poolisii Aanichaatti Sirni Galateefannaa fi Beekkamtii gara garaa iddoo IG Qajeelchaa Polisii Godina Harargee Bahaa Komishinar Naasir Mahammad fi Bulchaan Bulchinsa Aanaa Meettaa Obbo Wardii Kamaal arkamanitti Hawaasa Aanichaa, Abbootii Qabeenya ,Hoggansa Aanaa fi Hojjataa Mootummaa,Addatti miseensoota poolisii raawwii hojii gaarii galmeessaanif akkasuma qaama kutaa Hawaasa kan Qaama Poolisii Aanichaa Jajjabeessuu keessatti qooda bahatan maraaf iddoo keessummooni Ol'aanoo arkamanitti Hogganaa Poolisii Aanicha Kabajamo Inspeektar ol'aanaa Laggasaa Tufaa galatooma jedhanii jiru.

Xumurarratti Ogeessoota Poolisii kan Raawwii Hojii Ol'aanaa galmeessaniif Badhaasaa gara garaa fi Xalayaan Ragaa kan kennameef yoo tahu, Nageenya Aanicha waareessu keessatti kutaa Hawaasa fi Seektaroota Mootummaa keessaa warreen gahee ol'aana bahataniif xalayaan ragaa kennameefi jira.

Marii Haala Yeroo Dargaggootaa=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=(Hagayya 29, 2016 Calanqoo) - Godina Harargee Bahaa Aan...
04/09/2024

Marii Haala Yeroo Dargaggootaa
=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=-=
(Hagayya 29, 2016 Calanqoo) - Godina Harargee Bahaa Aanaa Meettaatti Mariin Dargaggootaa Haala Yeroo Irratti Xiyyeeffate Bakka Hooggantootni Olaanoon Aanichaa Argamaniitti Gaggeeffameera

Marii kanaanis, Kabaja Ayyaanoota Bara Haaraa, Masqalaa Fi Irreechaa kabajamuuf deeman Ilaalchisee, Dargaggootni Ayyaanootni kunneen jala bultiirraa kaasee hanga xumuramaniitti bifa nagayaan akka gaggeeffaman gochuuf nageenya keenya eeggachaa akkaataa duudhaa keenyaatiin kabajuun danda'amuurratti marii bal'aan kan taasifamee ta'u ibsameera.

03/09/2024

Address

Chelenko
Ch'elenk'o

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kominikeeshinii Waajjira Poolisii Aanaa Meettaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category