Waajjira Lafaa Aanaa Dawwee Harawaa የ ደዌ ሀረዋ ወረዳ መሬት ፅ/ቤት

  • Home
  • Ethiopia
  • Bora
  • Waajjira Lafaa Aanaa Dawwee Harawaa የ ደዌ ሀረዋ ወረዳ መሬት ፅ/ቤት

Waajjira Lafaa Aanaa Dawwee Harawaa የ ደዌ ሀረዋ ወረዳ መሬት ፅ/ቤት Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Lafaa Aanaa Dawwee Harawaa የ ደዌ ሀረዋ ወረዳ መሬት ፅ/ቤት, Government Official, Bora.

Guyyaa 29/12/2018✍ Waajjira Lafaa Aanaa Dawwee Harawaatti Manaajimantii Waajjira Waliin Karoora Bara Baajataa Hojii 2019...
04/09/2026

Guyyaa 29/12/2018
✍ Waajjira Lafaa Aanaa Dawwee Harawaatti Manaajimantii Waajjira Waliin Karoora Bara Baajataa Hojii 2019 Irraatti Gadii-fageenyaan Marii Taasisuun Waliigalteedhaan Xumurreerra.
ቀን 29/12/2018
✍🏽 በደዌ ሀረዋ ወረዳ መሬት ፅ/ቤት፣ ከፅ/ቤቱ ማኔጅመንት ጋር በ2019 በጀት ዓመት የሥራ ዕቅድ ላይ በጥልቀት በመወያየት በስምምነት አጠናቅቀናል።

03/09/2026
Guyyaa 27/12/2018✍ Bulchiinsa Aanaa Dawwee Harawaa Ganda   Gooxii   Bakka Addaa   Hojiin Lafa Seeraan Alaa   Ture   Hojj...
02/09/2026

Guyyaa 27/12/2018
✍ Bulchiinsa Aanaa Dawwee Harawaa Ganda Gooxii Bakka Addaa Hojiin Lafa Seeraan Alaa Ture Hojjatamaa Ooleera.
👉 Qindoomina Caasaa Gandichaatiin Guyyaa Har'aa Saamtoota Lafaa Irraa, Lafa Tilmaamaan Tahu Hojiin Hojjetameera.
ቀን 27/12/2018
✍ በደዌ ሀረዋ ወረዳ #አጆ ቀበሌ #ሂሎ ጎጥ #ጋንጉሊ በተባለ ልዩ ቦታ በህገ-ወጥ መንገድ #ተወርሮ የነበረን መሬት #የማስመለስ ስራ ሲሰራ ውሏል።
👉 በቀበሌው መዋቅር ቅንጅት በዛሬው ዕለት ከመሬት ነጣቂዎች በግምት የሚያህል መሬት የማስመለስ ስራ ተሰርቷል።

01/09/2026
Sirni Walharkaa Fuudhinsa Lafa Qabrii Magaalaa Booraa Koreewwan Qabrii Waliin Taasisuun Tajaajila Ummataaf Baanaa Taheer...
30/08/2026

Sirni Walharkaa Fuudhinsa Lafa Qabrii Magaalaa Booraa Koreewwan Qabrii Waliin Taasisuun Tajaajila Ummataaf Baanaa Taheera!

Bulchiinsa Aanaa Dawwee Harawaatti Rakkoo Bulchiinsa Gaarii Magaalaa Booraa Kan Ture Guyyaa Har'aa Sirni Walharkaa Fuudhinsa Iddoo Awwalchaa Lafa Qabrii Magaalaa Booraa Bakka Obbo Abduu M/d Usmaan I.A Bulchaa Fi I.G Waajjira Nageenyaaf Tikaa Ummataa Aanaa Dawwee Harawaa, Obbo Sayyid Indiris Waajjira P/B/A/D/Htti I.G Damee Siyaasa, Dargaggoo Yaaqub Mahammad I.G Waajjira Lafaa Aanaa Dawwee Harawaa, Dargaggoo Hamzaa Mahammad Hojii Gaggeessa Mana Qopheessaa Dursaa Magaalaa Booraa, Manguddoota Magaalaa Booraa Fi Qooda Fudhattoonni Hundi Argamanitti Koreewwan Qabrii Waliin Taasisuun Guyyaa Har'aa Irraa Eegalee Tajaajila Ummataaf Baanaa Taheera.

I.G Waajjira Lafaa Aanaa Dawwee Harawaa Dargaggoo Yaaqub Mahammad Akka Jedhanitti Lafni Qabrii Guyyaan Har'aa Walharkaa Fuudhinsi Taasifame Kun Bal'inni Isaatii Heektaara 4.9215, Qarshii 2,583,828.99 (Miliyoonaa Lamaafi Kuma Dhibbaa Shaniifi Saddeettamii Sadihiifi Dhibbaa Saddeetifi Digdamii Saddeetiifi Santima Sagaltamii Sagal) Tilmaamni Beenyaa Shallagamuun Abbaa Qabiyyee Lafichaatiif Gutumangutuutti Kaffalamuun Guyyaa Har'aa Lafni Qabrii Koree Qabriitiif Dabarfamee Laatamuu Ibsaniiru.

24/2018

Address

Bora

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Lafaa Aanaa Dawwee Harawaa የ ደዌ ሀረዋ ወረዳ መሬት ፅ/ቤት posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share