02/09/2018
N/A/G/O Aanaa Dawwee Harawaa Ganda k/G/Dawwee Marii guyyaa haaraa 27/12/2010 galmee bara barnootaa 2011 milkeesuuf,miseensoota dhaabaa fi bakka bu'oota qeerroon bakka argamanitii bifa ho'aa ta'ee fi damaqiinaam mariin egalee jira.
Akasumas bu'aa qabeesa ni tahaa jedhamee egamaa!
barnoota!ammas barnootaa!