True, pease& Love

True, pease& Love hodeeffannoofi oolmaa Addunyaa keenyaa asii argattu;nu hordofaa!

05/06/2025

Baga iida adihaa ykn arafaa kan bara 1446 nagaan geessan; iida gammachuu fi nagayaa isiniif haa ta'u;

05/06/2025

Iidal Mubaarak baga ittiin isin ga'e; warra baranaa kan bara hedduu nu haa taasisu...

02/06/2025

fb.com/stars

Seenaa fayyadamaaأثارت حملة توزيع تليجرام التي تبلغ قيمتها 3 ملايين دولار ردود أفعال كبيرة، ستنتهي الحملة خلال 48 ساعة
03/11/2024

Seenaa fayyadamaa
أثارت حملة توزيع تليجرام التي تبلغ قيمتها 3 ملايين دولار ردود أفعال كبيرة، ستنتهي الحملة خلال 48 ساعة

03/11/2024

Seenaa irraa fayyadamaa

Waan gammachuuti 📢📢📢Guyyaa hardhaa 08/02/2017 Waltajjiin Afaan Arabaa marsaa 7ffaa kolleejjiin imamu al shafi walta’iins...
18/10/2024

Waan gammachuuti 📢📢📢
Guyyaa hardhaa 08/02/2017 Waltajjiin Afaan Arabaa marsaa 7ffaa kolleejjiin imamu al shafi walta’iinsa Yaa’ii dargaggoota Muslimaa addunyaa , Waldaa Yuunivarsiitii Islaamaa Afrikaa fi waajjira qo’annoo Afrikaa waliin ta’uun qopheesse takka Jennee guyyaa har'aa eegallee jirra wal tajjiin kun guyyoota sadihiif kan turu yoo ta'u wal tajjii kana irratti biyyoonni gurguddoon Afrikaa biyyoonni 11 irratti hirmaatanii jiru.
Wal tajjii kana kan nuuf banan kabajamoo pirezdaantii mana maree dhimmoota islaamaa Itoophiyaa Dr/Sheek . Haji Ibrahim Tufa yoo tahan isaanis keessummootaan baga dhuftan erga jedhaniinii booda qaamota sagantaa kana milkeessuuf gahee guddaa taphatan galateeffataniiru.
Rabbiin akka nagayaan addaan galchu du'aa'iin nu bira dhaabbachuu hin dagatinaa.
Dr . Jibril Kemer offical irraati.

Maashaa Allaah Eebba barattoota madrasaa Ibnu Abbaas Magaalaa Jigjigaa © Amar Temam Spider Media
03/06/2024

Maashaa Allaah
Eebba barattoota madrasaa Ibnu Abbaas
Magaalaa Jigjigaa

© Amar Temam
Spider Media

Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun Sheyik Ibraahim Xaaxessaa gama fuula Rabbii adeemanSpider Media: Zulqaida 23/1...
30/05/2024

Innaa lillaahi wa'innaa ilayhii raaji'uun
Sheyik Ibraahim Xaaxessaa gama fuula Rabbii adeeman

Spider Media: Zulqaida 23/1445
Aalmni guddaan waggoottan 60 oliif ilmii Islaamaa barsiisaa turan Sheyik Ibraahim Imaam( Sheyik Ibraahim Xaaxessaa) waggaa 97ffaa isaaniitti gama fuula Rabbii adeemuun ibsameera.

Sheyik Ibraahim Walloo naannawaa Xaaxessaa jedhamtutti waggoottan dheeraaf ilmii Islaamaa barsisaa kan turan yoo ta'u darasoota heddu biyyaaf oomishaniiru. Dabalataan madrasaaleefi dhaabbilee Islaamaa shanii ol hundeessuun da'awaa babal'isaa turani.

Rabbiin isaaniif jannatal firdawsiin maatii isaaniitiif ammoo sabrii haa kennu.

Nu hordofaa:
YouTube https://youtube.com/
Facebook https://www.facebook.com/SpiderMedia01
Telegram channel https://t.me/spidermediaa
Tik Tok https://www.tiktok.com/?_t=8bvc1u3btiv&_r=1
WhatsApp
https://whatsapp.com/channel/0029VaAgkUd8fewqlY5Jlb3I
Umma Life https://ummalife.com/Spidermedia
>

Xumureetin jira Alhamdulillaah 🥰Kitaaba Seenaa baabaa (Sh. Amiin Ibroo) Dhaloota irraa jalqabee hanga Ammaa dubbatu kani...
29/05/2024

Xumureetin jira Alhamdulillaah 🥰

Kitaaba Seenaa baabaa (Sh. Amiin Ibroo) Dhaloota irraa jalqabee hanga Ammaa dubbatu kanin waggaa 3 dura jalqabee ture Amma xumureetin jira Alhamdulillaah.
Yeroo dhihotti mana maxxansaa galchee Isin biraan nin gaha jedheetin yaada.

Kitaaba kana qopheessuuf waan Afaan baabaa irraa barreesseen alatti, sheekkan baabaa kanneen lubbuun jiran, Hiriyoota isaa wajjiin baratan, Hawaasa magaalaa Dirree Dhawaa, Hayyootaa fi ulamaa'ota hedduu argadhee dubbiseetin jira.

Kitaabni kun Sheekkan, Du'aata, barattootaa fi hawaasa hunda ni fayyada Abdii jettun qaba.
Yaa Rabbi qeebali!

رَبَّنَا اغْفِرْ لِي وَلِوَالِدَيَّ وَلِلْمُؤْمِنِينَ يَوْمَ يَقُومُ الْحِسَابُ
Ammaar Shee Amiin Ibroo;

Address

Magaalaa
Boke T'ik'o

Telephone

+251918358292

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when True, pease& Love posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to True, pease& Love:

Share