Caaltuu nasiihaa

Call Directions Contact the organization

Caaltuu nasiihaa Hasbunallaaha we on,imalwokiil

18/06/2023

RAKKO KA'UU DADHABUU QAAMA SAALAA
Jechuun yeroo dhiirri tokko walqunnamtii saalaa godhuuf jedhutti qaamni saalaa (p***s) isaa yoo ka'uu dide ykn ka'us humna dhabuun yoo deebi'ee ciisedha.

Rakkoon kun irra deddeebiin mul'annaan dhiirota irratti rakkoo akka
1.Ofitti amanuu dadhabuu
2.Walqunnamtii saalaaf fedha dhabuu
3.Dhiphachuu irratti fiduu danda'a.

Rakkoo kanaaf wantoota nu saaxilan:
✍Dhukkuba onnee
✍Dhukkuba sukkaaraa
✍Dhiibbaan dhiigaa dabaluu
✍Kolosteroolii qaama kenya
kessaa dabaluu
✍Furdina qaama
✍Tamboo xuuxuu
✍Hir'ina testeestroonii
✍Alkoolii bay'isanii dhuguu fi qorichoota qaama namaa hadoochan fudhachuudha
✍Qorichoota gara gara fkn. anti hypertensive etc.

Akkamiin furuu dandeenya
👉Tamboo xuuxuu dhiisuu
👉Sochii qaamaa gochuu
👉Walitti dhufenya hiriyaas ta'ee haadha manaa wajjiin qaban cimsuu fi yoo rakkoon jiraate furmaata ittii laachuu
👉Ulfaatina qaama keenyaa hir'isuu
👉Qorichoota qaama nama hadoochan fudhachuu dhiisuu

Yoom haakima bira deemne ilaalamuu qabna
1.rakkoo ka'uu dhiisuu qaama saalaa dhiira abbicha fi hiriyaa isaa nu dhiphisuu jalqabee
2.dhukkuboota kana waliin walqabatan kan akka dhibee sukkaaraa fi onnee yoo qabaanne
3.mallattoolee dabalataa yoo jiraatan gara mana yaalaa deemne qorannoo taasisuun barbaachisadha.

Furmaata manatti yaalun danda'amu
Namonni rakkina ka'uu dadhabuu qaama saalaa fi Fedhiin dafee isin irraa bahuun isin rakkise qurunfudii/Qurunfuli fayyadamaa
Qurunfudii haala 2n fayyadamuu dandeenna
✍ Daakuu qurunfudii fi
✍ Zeyta Qurunfudii

👉Daakuu qurunfudii fal'aana shaayii walakka 1/2 fi damma fal'aana shaayii 1(tokko) itti dabala fayyadamaa eega waa nyattan booda
Zeyta qurunfudii yoo tahe immo fal'aana shaayii walakka 1/2 Qaama saalaatti dibadhaa.
https://www.facebook.com/Mahmudkedi/

18/06/2023

FAAYIDAA QULLUBBII ADII ZAYITA EEJERSAA waliin

Qullubbii adii fi zayita ejersaa qofaan dhukkuboota qaama keessatti argaman hedduu irraa ni baraarta ☘️🤲Baayyee salphaa, uumamaa garuu baayyee bu'a qabeessa ✊

✍️ Dhiiga qulqulleessa
✍️ Tiruu irraa vaayirasii qulqulleessa
✍️ Kalee keessan balfa summii qabu irraa sirnaan qulqulleessa
✍️ Dhukkuba kintarooti/hemorrhoid keessaa fi alaa ni fayyisa
✍️ Cooma, kaalorii ofirraa baasuuf si gargaara,
✍️Farra fangasii dhimma gogaa ittisuuf gargaaru
✍️Vitamin fi albuudota fincaan to'achuuf
✍️Farra inflammatory gogaa fi qaama irratti mul'atu hir'isuuf gargaara
✍️Albuudaa fi vitaaminii fayyaa gogaa mataa guddisuuf gargaaran
✍️Kompaawundoota dhukkubbii ilkaan, infekshinii baakteeriyaa hir’isuu fi manca’iinsa ilkaan to’achuuf gargaaran
✍️Kompaawundootni keemikaalaa orgaanikii dhiibbaa dhiigaa gadi buusuun maashaalee onnee boqochiisu
✍️Amaloota uumamaa qorra barame ittisuuf gargaaran
✍️Dhukkubbii lafee ni fayyisaa
✍️ Kaansarii ni ittisa, ni lola
✍️ Dhukkuba infuleenzaaf,
✍️ Ho'a qaamaaf,
✍️Dhiibbaa dhiigaaf,
✍️Raammoo gaara balleessuuf

Qophessuuf
- Zayitii ejersaa liitira 1/2
- Qullubbii Adii 10 kan ta'u

👉Qullubbii adii osoo hin gogin qaruuraa keessa kaa'uun zayita ejersaa itti naquudhaan. Akka gaariitti raasaa ergasii torban 2f haa fayyadamu 😇
👉Akkasumas ganama fal'aana 2 fudhachuu

https://t.me/+iDbLOtlkHiEwZTRk

18/06/2023

Magaalaa Bishooftuu bataskaana Mikaa'eel keessaa alaabaan siyaasaa dhabamsiifameera. Bataskaanota Oromiyaa keessa jiran hundatti akkas godhamuu qaba.

Yaa shimallis abdiisaa akkuma Masjida rabbii diigdetti sammuukee rabbiin hadiiguu   Muslimarraa Mana rabbii diigdee qull...
31/05/2023

Yaa shimallis abdiisaa akkuma
Masjida rabbii diigdetti sammuukee rabbiin hadiiguu
Muslimarraa Mana rabbii diigdee qullaatti hambiftee?
Aboo rabbiin guddaan nidandahaa
Maraachee qullaatti sihaa haambisuu

31/05/2023

Address

Facebook
Bedessa
ALLAAHU,AKBAR

Telephone

+251943896091

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Caaltuu nasiihaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Caaltuu nasiihaa:

Shortcuts

Share