AUA 3

AUA 3 =}}"Ana biratti namni akkaan sirritti Jaallatamaan , Nama hanqinoota koo natti himu "

~ Umar Ibnu Al-Khaxxaab رضي الله عنه

15/08/2025
  waxabajjii 22/2017 / june 29/2025 Sagantaa Badhaasa Wal Dorgommii Qur'aanaa  Guddoo akka Magaalaa Diree Dhawaa  mata d...
27/06/2025

waxabajjii 22/2017 / june 29/2025 Sagantaa Badhaasa Wal Dorgommii Qur'aanaa Guddoo akka Magaalaa Diree Dhawaa mata duree " " jeuun waan Qopheeysee jiruuf irratti hirmaadhaa.

Sa'aa : 2:00 LT
Iddoon : Galma Dargaggootaa

17/06/2025

Hi everyone! 🌟 You can support me by sending Stars – they help me earn money to keep making content that you love.

Whenever you see the Stars icon, you can send me Stars.

عيد مبارك 🌴🌴🌴 تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال🌴🌴🌴 كل عام وانتم بخير بالأمان والإيمان والسلامة والإسلام والتوفيق Eid Muba...
06/06/2025

عيد مبارك 🌴🌴🌴 تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال🌴🌴🌴 كل عام وانتم بخير بالأمان والإيمان والسلامة والإسلام والتوفيق

Eid Mubarek

 !=====================  seeraa qabiyyeewwan bulchiinsa lafa magaalaa keessa jiru tokko tokkoon isaanii eenyuun akka qab...
15/05/2025

!
=====================
seeraa qabiyyeewwan bulchiinsa lafa magaalaa keessa jiru tokko tokkoon isaanii eenyuun akka qabaman, hangam akka ta'e, eessatti akka argamu, maaliif akka itti fayyadamaa jiruufi haalli qabiyyichi itti qabame lakkaa'amee sirna lafti ittiin galmaa'uufi ittiin bulu yoo ta'e Magaalaaf Murteessa fi fayidaalee hedduu kan qabu ta'u hubbachun namu tumsaa irra eggamu akka tasissuu barbachisadha.

:-
👉 Sirna ragaa lafaa ammayyaa’aa diriirsuu.
👉 Mirga abbaa qabiyyummaa lafaa mirkaneessuu.
👉 kenniinsa tajaajila lafaa si’eessuu.
👉 Qisaasamni lafaa akka hir'atuu fi Qabiinsi ragaa fi bulchiinsi lafaas ammayyaa’aa akka tahu gargaara.
👉 Al-seerummaa, komii fi waldiddaa lafaan walqabatee mul’atu xiqqeessuu.
👉 Galii mootummaan lafa irraa argatu guddisuu fi
👉 Magaalli pilaaniin akka hogganamu taasisuu., fi fayidaalee fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessaniifi guddina biyya keenyaa saffisiisuf gahe hedduu kan qabudha.

, hojii kana saffisiisuun galma yaadameen ga'uuf abbottin qabiyee ykn ragaa abbaa qabeenyuma kaarta qabufi hin qabnes ykn nagahee qofa qabus ragaa keessan qabuchun gara
dhaqun akka Kaarta Kadastarati jijjiirattan.
Namu sadarkaa jirun dambalii ummata hubannoo uumuun deegarsa barbachisu godhun murteessaadha.

Address

Www. Badesacity. Blogspot. Com
Bedesa

Opening Hours

Monday 08:30 - 17:30
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00

Telephone

+251972249748

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when AUA 3 posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to AUA 3:

Share