Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Gachii

Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Gachii Location:-Oromia, B/Bedele zone, Gechi woreda. Its agovernment organization that works for developmen

We focuse on our societies change.we are from our society, with society,works for society!

19/03/2026

"Ce’uumsa caasawaa sektara qonnaa dhugoomsuu keessatti, inisheetivoonni damee misooma beeyladaa irratti bocaman murteessoodha"-Obbo Shimallis Abdiisaa, Pirezidaantii MNO

Naannoon Oromiyaa lakkoofsa qabeenya beeyladaatiin adda duree haata’u malee, oomishaafi oomishtummaa, akkasumas bu’a qabeessummaa isaatiin daran gadi aanaa ture.

Yeroo garagaraatti rakkoo kana furuuf yaaliin taasifamus jijjiiramni abdachiisaan osoo hinargamne tureera. Kanaafis sanyiin beeyladaa fooyya’aa ta’uu dhabuu, haanqina nyaata, babaldhina dhibee, balaa hongee, rakkoo tajaajila ekisiteenshiiniifi sirnoota horsiisaafi gabaa beeyladaa boodatti hafoo akka sababoota ijootti ka'u.

Mootummaan Jijjiiramaa as, haalli yaraan damee beeyladaa keessa jiru yoo hinjijjiiramne hojiilee gurguddoo qonnarratti raawwatamu qofaan, ce’uumsa hawaas-dinagdee baadiyyaa dhugoomsuun akka hin danda'amne adda baasun, qabatamaan irratti hojjachuun damicha dhidhima lixee baasuu qofa osoo hintaane, galmoota sektara qonnaa milkeessuu keessatti gahee olaanaa akka bahatu gochuun nidanda’ama amantaa jedhuun sochii egalee ture.

Ammatti, misooma loonii, re’ee, hoolaa, lukkuufi kkf irratti hojii bu’a qabeessa raawwachuu irratti argama. Horsiisa loonii addatti yemmuu ilaalamu, toorawwan xiyyeeffannoo hudhaalee armaan olitti ibsaman kunniin bu’uurarraa furan afur adda baasee ariitifi baldhinaan socho’aa jira.

Isaanis:
- Mala Namaan Diqaalumsuu (Artificial Insemination -AI),
- Nyaata Beeyladaa Omishuu,
- Fayyaa Beeyladaa Eeguu,
- Hidhamiinsa Gabaa Umuu akka toorawwan xiyyeeffannootti qabamaniiru.

Kanaanis, ce’uumsa hawaas-dinagdee qabame dhugoomsuuf dameen misooma beeyladaan qusannaa, liqiifi invastimantii qoteefi horsiisee bulaaf haalonni dandeessisoon mijataa jiru.

Akkasumas adeemsa kana intarpiraayizoota waliin walitti hidhuun qulqullinaa, ariitii omishtummaa guddisuufi sona dabaluurratti hojii jalqabbii gaarii ta'an hojjatamaa kan jiraniidha. Waajjira Pirezidaantii MNO

 #ኢትዮጵያን ወደ -ተምሳሌት  #ሀገር! ​የኢትዮጵያ ትንሳኤ በላባችን ወዝ መገንባት ጀምሯል። ምልክታችን የስንዴ ነዶ ነው። የጥረት፣ የራስን የመቻልና የምግብ ዋስትናን የማረጋገጥ ትልቅ ማሳ...
01/03/2026

#ኢትዮጵያን ወደ -ተምሳሌት #ሀገር!

​የኢትዮጵያ ትንሳኤ በላባችን ወዝ መገንባት ጀምሯል። ምልክታችን የስንዴ ነዶ ነው። የጥረት፣ የራስን የመቻልና የምግብ ዋስትናን የማረጋገጥ ትልቅ ማሳያ ነው። የስንዴ ነዶ አንድነትና መደመር ነው፤ ነጠላ ዘንጎች ተሳስረው ጠንካራ ነዶ እንደሚሆኑ ሁሉ፣ እኛም በመተሳሰብና በመደጋገፍ የሀገራችንን የልማት ምሰሶ እናቆማለን።

​ጉዟችን ትናንትን ማከም፣ ነገን መተለም ነው! ያለፉ ቁስሎችን በስራ እያከምን፣ ዛሬ የምንዘራው ትጋት ነገ ለልጆቻችን የምታተርፈው የበለፀገች ኢትዮጵያን ነው።

በአንድነት ከቆምንና በርትተን ከሰራን የማይታለፍ ጋሬጣ፣ የማይሸነፍ ድህነት የለም። የሁላችንም አላማ ክብሯ የላቀና በኢኮኖሚ የጠነከረች ሀገርን መገንባት ነው።

ይህ የጀመርነው የለውጥና የእድገት ጉዞ ዳር እንዲደርስ፣ ለተከታታይ ድልና ለላቀ ውጤት ብልፅግናን ይምረጡ!

23/02/2026
  B/Bedellee Aanaa  """"""""""""""""""""""""////////////"""""""""""""""""""'"''''Aanaa Gachiitti leenjiin nyaataafi sirn...
21/02/2026

B/Bedellee Aanaa
""""""""""""""""""""""""////////////"""""""""""""""""""'"''''
Aanaa Gachiitti leenjiin nyaataafi sirna nyaataa Sadarkaa aanaatti kenname.
Leenjichaa kan saaqan Itti gaafatamaan I/A Bulchaa Aanaa Gachii obbo Tashomeefi Itti gaafatama Waajjira paartii Badhaadhinaa Aanaa Gachii obbo yanfaa
Mootummaan Galmoota Badhaadhinaa amma qabamee hojjechuu jiru keessa tokkoo Wabii nyaataa mirkanessuun hawaasa Fayyaa Buleessa uumuu ,hawaasumaafi dinagdeen cimsuu akka ta'e dubbatanii kayyoon cimaa leenjiin kanaafi hojii Itti aanuu quucarummaa da'imanii hambisuufi karoora bara 2030tti qabamee waadaa saqoxaa hojiirra oolchufi ciminan hojjechuun barbaachisaa kaasanii
Leenjichaa irratti hubanno Karaa sektara Fayyaa,Qonnaa,Barnoota,dhimmoota Gurma'insaafi Wajjira Inarjii fi bishaaniin kennameera .
Sektaralee Qindoomina irraa miseensota mana Maree sirna nyaataafi koree teknika sirna nyaataa Aanaa ,Gandoota irraa caasaa Gandaa ,HEF fi abbootiin amantaa kan hirmaatan yoo ta'u.
Xumuraa irratti Itti gaafatama Waajjira bulchinsa Obbo miftaahuddiin yuusuf kallatti hojii Gara fulduraa kennuun hirmaatotaa irraa yaadnifi gaaffiin ka'uun deebii Itti kennamee hojii sirna nyaataa Sadarkaa gandattis akka Itti fufu karoora baafachuun hawaasa daddamaqsuun hojiin gurguddaan qucarumma hambisaan waliin galuun xumurameera.

Gurmaa'insa Qonnaan bulaa fayyadamummaa caalmaaf!Qonnaan bulaan waldaaf yuuniyeeniin gurmaa'ee hojii misoomaa fi sochii ...
18/01/2026

Gurmaa'insa Qonnaan bulaa fayyadamummaa caalmaaf!

Qonnaan bulaan waldaaf yuuniyeeniin gurmaa'ee hojii misoomaa fi sochii gabaa keessatti fayyadamaa akka tahuuf hojjetamaa jira. Haaluma kanaan Godina Buunnoo Beddelleetti ijaarama waldaalee bu'uuraaf yuuniyeeniitiin fayyadamummaan hawaasaa mirkana'aa jira.

Qonnaan bultootni Aanaa Gachii Waldaa Qonna Mara Goolee keessatti ijaaramuun waloomaan hojjetaa jiranis oomisha isaanii walitti qabuu fi misoomsuun gabaa giddugaleessaatti dhiiheessanii fayyadamaa diinagdee ta'aa jiraachuu himan.

Waldaan isaanii bara 1994 miseensa nama 211 qabachuun kaappitaala waaliigalaa kuma 148 kan hundaa'ee yootahu yeroo ammaatti kaappitaala miliyoona 31 irra gahu kan himan miseensotni kunneen oomisha bunaa sassaabuun alattis hijiiwwan ashaaraa magariisaa keessatti hirmaachaa jiraachuus dubbataniiru

Qabeenyaawwan warshaalee bunaa, warshaa ruuzii falfalu, konkolaataa fe'umsaaf kanneen biroos horatee jiraachuu himuun fuuldurattis gamoo giddugala gabaa magaalaa Gachiitti ijaaruuf sochii eegalu himan.

Bulchaa Ittaanaaf ittigaafatamaan Waajjira Qonnaa fi Lafaa Aanaa Gachii Obboo Shariif Tashoomee qonnaan bulaan waldaan ijaaramuun diinagdee isaa akka guddifatuu fi hojiiwwan damee qonnaan alatti sochii investimentii keessatti akka hirmaatuuf hojjetamaa jiraa jedhan. Waldaalee kaappitaala horachuun 8nvestimentii keessa seenuuf fedhii dhiheessaniif lafti ijaarsaa magaalaa keessatti akka kennamuuf hojjetamaa jiraachuu himuun kunneen keessaa tokko waldaa qonna maraa Goolee tahus dubbatan.

Ittigaafatamaan Ejensii Babal'ina Waldaalee Hojii Gamtaa Godina Buunnoo Beddellee Obbo Tsaggaayee Teessoo godinichatti waldaaleen qonna maraa 173 fi yuuniyeeniiwwan 4 ijaaramuun sochii diinagdee jabeessuu keessa jiruu jedhan. Waldaaleef yuuniyeeniiwwan kunneen dhiheessi calla guddistuuf sassaabbii oomishaa qofarratti xiyyeeffachuurraa makaanaayizeeshinii qonnaa keessatti hirmaachuun meeshaalee tiraakteraa hanga kombaayineraatti qonnaan bulaaf bitanii akka dhihees

Address

Gechi
Bedele

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Paartii Badhaadhinaa Aanaa Gachii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share