29/11/2022
Ergaa ariifachiisaa
Kabajamtoota itti gaafatamtoota Godinaalee,Qindeesitoota Dameelee Abbootii Adeemsa Hariiroo Hawaasaa fayyaa jirti,torbee kana Kamisaa fi Jimaata keessaa tokkoo Kabajamoo obboo Guyyoo Waariyoo Hoogganaan keenya ibsa miidiyaa ni kennuu,kana keessattii hojii gama Hariiroo Hawaasaa xiyyeeffanaa akkamii akka argate ibsuu waan barbaadaniif gabaasa gaafataniiru
kanaafuu,raawwii hanga 21/03/2015 1,Maallaqa Baankii Siinqee gorsaa fi falmiin deebisiifne2,Argannoo Odiitii falmiif gorsaan deebisiifne kanneen biroo fkn Inshuraansi fayyaa,Gibira kkf
3,Maallaqa manneen hojii ittin himatamanii falmin irraa ittifne
4,Maallaqa mirga wabii ,adabbii Maallaqa,mallaamaltummaa deebisiiftan kan maallaqaan ala ibsaman fkn mana gandaa,lafaa,lafaa bosonaa kkf
5,Tajaajila seeraa bilisaa maallaqaan ibsamu
6,Baaina waliifaltee gulaalamee fi tilmaama maallaqaa
hanga Roobii 21/03/2015 waaree duraa na dhaqabsiisaa ,Hadaraa Hooggansi keenya bu'aa xaarii keessaniif kan isaa beeksisuu qaba.
GG Kabajamoo Hoogganaa BAAWO