Waajjira Dargaggoofi Ispoortii Godina Buunnoo Beddellee

Waajjira Dargaggoofi  Ispoortii Godina Buunnoo Beddellee Ispoortii Godina keenyaa guddisuuf waliin hojjechuun dirqama keenya haabaanu!

15/05/2026
Agarsiisa marshaal Artii Godina Buunnoo Beddellee magaala Beddlleetti gaggeefame jira.
15/05/2026

Agarsiisa marshaal Artii Godina Buunnoo Beddellee magaala Beddlleetti gaggeefame jira.

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!👉👉👉Guyyaa 07/08/2018Godina Godina Buunnoo Beddellee Magaalaa Beddelleetti saganta...
15/05/2026

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!

👉👉👉Guyyaa 07/08/2018

Godina Godina Buunnoo Beddellee Magaalaa Beddelleetti sagantaan Sosochii ispoortii hawaasaa mataduree "Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti" jedhuun gaggeeffamaa ooleera.

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!Godina Godina Buunnoo Beddellee Magaalaa Beddelleetti sagantaan  Sosochii ispoort...
14/05/2026

Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti!

Godina Godina Buunnoo Beddellee Magaalaa Beddelleetti sagantaan Sosochii ispoortii hawaasaa mataduree Itoophiyaa Gara Biyya Fakkeenyummaatti jedhuun gaafa 07/08/2018 Bor ganama sa'aattii 12:00 Naannoo Marfata Firisaa Abbaa waggaattii wal argaan.

wawo yaabelo
11/05/2026

wawo yaabelo

04/05/2026

Leenjistoota ITF (ETA) Godina Jimmaa, Magaalaa Jimmaa fi Godinaaleefi Magaalota ollaa hundaaf

Leenjiin Murteessummaa ETA ( ITF) fi qormaatni fooyya'insa Daanii ITF kennamuufi

Qindeessumaa Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Godina Jimmaa, Federeeshinii ITF Oromiyaa fi Federeeshinii ITF (ETA) Biyyoolessaatiin Leenjiin murteessummaa ETA ( ITF ) fi qormaanni fooyya'iinsa daanii ETA ( ITF) Magaala Jimmaatti kennamuuf qophiin xumuramee jira.

Bu'uuruma kanaan leenjistoonni godina keenyaa leenjii murteessummaa ETA ( ITF) fi fooyya'iinsa qormaata daanii fudhachuu barbaadan Caamsa 5-8/09/2018 tti Waajjira Dargaggoo fi Ispoortii Godina Jimmaatti argamuun akka galmooftan kabajaan isin beeksifna.

Odeeffannoo dabalataatiif

Federeeshinii Maarshaal Aartii Godina Jimmaa 0917692956/0912694022

  olka'iinsa biyyaafGodina Buunnoo Beddellee Aanaa Boorrachaatti Jilli Ispoortii fi Hoggansi Aanichaa hidha Arjoo Dhidhe...
22/04/2026

olka'iinsa biyyaaf
Godina Buunnoo Beddellee Aanaa Boorrachaatti Jilli Ispoortii fi Hoggansi Aanichaa hidha Arjoo Dhidheessaa daawwatan.

Shaampiyoonaa Ispoortii Godina Buunnoo Beddellee Dhugoomee Eebla 7/2018 Shaampiyyoonaa Ispoortii Godina Buunnoo Beddelle...
15/04/2026

Shaampiyoonaa Ispoortii Godina Buunnoo Beddellee Dhugoomee

Eebla 7/2018

Shaampiyyoonaa Ispoortii Godina Buunnoo Beddellee Bara kana bifa adda ta'een gaggeeffame irratti ciminaafi hanqina jiru irratti ogeessotaafi federeeshinoota ispoortii waliin gaggeessuun Ciminoota bara kana raawwatan qabachuun hanqinoota nu muddatan furuuf mariin gaggeeffameera.
I/Gaaffatamaan Waajjira Dargaggoofi Ispoortii Obbo Mahammad Maccaa akka jedhaniitii shaampiyoonaa Ispoortii Guutuu Godinichaan hojiin hojjetamee Gaarii ta'uu ibsuun Qindoominni garee Shaampiyoonichaa Hojii itti kennamee qixa Barbaadameen raawwachuun hojii boonsaan hojjetameera haalumaa kanaan Hojii seenaa qabeessa kana keessatti Hanqinaaf cimina ture adda baasuun itti karoorsuun barbaachisaadha jedhaniru.

Xummura irratti Dorgomtoota qaxalee Godina keenya bakka bu'an gosoota ispoortii hundaraa filataman shaakala dirreef akka qopha'aan kallatiin ka'ameera.

14/04/2026

With Qeeroo Power – I've just made it onto their weekly engagement list by being one of their top engagers!

14/04/2026

With Mohammed Mecha – I'm on a streak! I've made it onto their weekly engagement list 3 weeks in a row. 🎉

Address

Buno
Bedele

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Dargaggoofi Ispoortii Godina Buunnoo Beddellee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share