Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Godina Buunnoo Beddellee

Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Godina Buunnoo Beddellee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Godina Buunnoo Beddellee, Public & Government Service, Bedele.

Aadaan wal gargaarsaa,Aadaa fuudhaa fi heerumaa,Aadaa nyaataa fi dhugaatii,Aadaa uffannaa fi Aadaa Gumaa araarsuu akkasumas kanneen biroo bal'inaan Oromoo Godina biratti beekamoodha..

  !!! መልካም በዓል!Waajjirri Aadaa fi Tuurizimii Godina Buunnoo Beddellee Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraaf  Baga  Ayya...
18/01/2026

!!!
መልካም በዓል!

Waajjirri Aadaa fi Tuurizimii Godina Buunnoo Beddellee Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraaf Baga Ayyaana Cuuphaa bara 2018 tiin nagaadhaan isin gahe jechaa
Ayyaanni kun:-kan ,kan ,,kan fi akka isiniif ta'u hawwa.

ለመላው የኦርቶዶክስ ተዋህዶ እምነት ተከታዮች በሙሉ እንኳን ለ2018 ዓ.ም ብርሃነ ጥምቀት በሰላም አደረሳችሁ !
መልካም በዓል!

!!!

 Waajjirri Aadaa fi Tuurizimii Godina Buunnoo Beddellee Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraaf  Baga  Ayyaana Qillee bar...
07/01/2026


Waajjirri Aadaa fi Tuurizimii Godina Buunnoo Beddellee Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Maraaf Baga Ayyaana Qillee bara 2018 tiin nagaadhaan isin gahe jechaa
Ayyaanni kun:-kan ,kan , kan fi akka isiniif ta'u hawwa.

እንኳን ለኢየሱስ ክርስቶስ የልደት በዓል አደረሳችሁ!
መልካም የልደት በዓል ይሁንልን!

!!!

03/11/2025

Anaa dhufu kottaa Buunnoo Beddellee Daawwadhaan affeerraa keenya!!🙏
Every Day 💥

Kabaja Ayyaana "Irreecha Malkaa Daabanaa" Godina Buunnoo Beddelleetti kabajamuuf guyyaa lama qofatu hafe.Baga Geessan Ba...
30/10/2025

Kabaja Ayyaana "Irreecha Malkaa Daabanaa" Godina Buunnoo Beddelleetti kabajamuuf guyyaa lama qofatu hafe.
Baga Geessan Baga Waliin Geenye 🙏
Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Godina Buunnoo Beddellee

Magaalli Beddellee  Faayamtee  Keessummaa Simachuuf qophii irraa jirti!Every Day
29/10/2025

Magaalli Beddellee Faayamtee Keessummaa Simachuuf qophii irraa jirti!
Every Day

Address

Bedele

Telephone

+251948422959

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Godina Buunnoo Beddellee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Aadaa fi Tuurizimii Godina Buunnoo Beddellee:

Share