25/05/2025
Finxaaleeyyiin jaarmaya ummataa jabaa hin jaalattu yoo jennu ragaa waliini. Yeroo baay'ee gabaabaa keesaatti liqii qarshii biliyoona 16 ol qonnaan bulaa fi damee qonnaatiif kan oolche Baankii Siinqee qofa. Kuni seenaa baankii biyya kanaa keessatti waan haaraadha. Kanaaf itti duulti. 😊