Ejensii Geejjiba Aanaa Kurfaa Callee

Ejensii Geejjiba Aanaa Kurfaa Callee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Ejensii Geejjiba Aanaa Kurfaa Callee, Government Organization, office, Babile.

12/10/2025

Tajaajila Si'ataa fi Mijataa Fayyadamummaa Uummataaf! Uummata Keenya Fuula Ifaan, Aantummaa fi Si'oominaan Tajaajiluun Ulfina!

02/10/2025

🙈22/01/2018👌
Harargee Bahaa Aanaa Kurfaa Calleetti koreen dhaabbii dhimmoota diinagdee haala raawwii hojiilee kurmaana 1ffaa Ganda Alam duroomitti daawwateeti jira.
Daawwannaa kanaan kenna tajaajila bulchinsa Ganddaa bu'uraalee misoomaa fi haala baruu barsiisuu manneen barnnootaa akkasuma tajaajia buufata fayyyaa dabalatee insheetivootaa fi haala waliigalaa irratti qaama hawaasaa waliin mariyachuun turtii isaa xumureeti jira.

Address

Office
Babile

Telephone

+251921696789

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ejensii Geejjiba Aanaa Kurfaa Callee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share