Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa

Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa, Government Organization, asella, Asella.

26/05/2026
06/05/2026
Ebla 10,2018-  Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Hojjattoota Mootummaa Wirtuu tajaajila iddoo tokkoo   Magaalaa Asallaattii...
18/04/2026

Ebla 10,2018- Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Hojjattoota Mootummaa Wirtuu tajaajila iddoo tokkoo Magaalaa Asallaattiif Leenjiin ijaarsa dandeetti Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaatin kennameefi .

‎Hojii Gaggeessaan Wirtuu Tajaajila Iddoo Tokkoo Bulchiinsa Magaalaa Asallaa Obbo Dhaabaa Sabbooqaa akka jedhanitti , Tajaajilli iddoo tokkoo ogeessa ogummeessuufi kenna tajaajila mootummaa rakkisaa ture hiikuu keessatti gahee ol'aanaa qaba jedhaniiru.

‎Kanaafis leenjiin hubannoo cimsuu ogeessoota tajaajila iddoo tokkoo galaniif leenjii hojiif qopheessuufi kaka'umsa isaanii dabaluuf murta'edha jedhaniiru .

Leenjiin kunis mata dureewwan kenna tajaajilaa wiirtuu tajaajila iddoo tokkoo fi KAIZEN irratti kan kennamuu ta'u Obbo dhaabaan himanii jiru .
Madii Fuula Facebooki Waajjira Dhimmota kom.Magaalaa Asallaa https://www.facebook.com/61579573743214/posts/122108762936985791/

Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti leenjiin  Ragaa Istaatistiksii qabeenya namaa walitti qabuu fi ammayyeessuu irratti xiyye...
04/04/2026

Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti leenjiin Ragaa Istaatistiksii qabeenya namaa walitti qabuu fi ammayyeessuu irratti xiyyeeffatee qooda fudhattootaaf kennamee jira.

Leenjii kanarratti Itti Aanaan Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Asallaa Obbo Abdullaahii Hammuu , Itti Gaafatamtuun Ijaarsaa paartii Badhaadhina Damee Bulchiinsa Magaalaa Asallaa Aadde Assamanaach Girmaa , Hoggansi Magaalaa , Maneejimantiin Seektaroota Bulchiinsa Magaalaa Asallaa fi Caasaaleen ganda hirmatanii jiru.

Leenjii kanarratti haasaa baniinsaa kan taasisaan Itti Gaafatamtuun Ijaarsaa paartii Badhaadhina Damee Bulchiinsa Magaalaa Asallaa Aadde Assamanaach Girmaa , ragaan istaatistiksii Hojjattoota mootummaa bifa digitalaatiin qulqullaa'ee taa'uu akka qabuu fi haala qabiinsa ragaa keenyaa fooyyessuun baay'ee murteessaa akka ta'e himaniiru.

‎Bu'uuruma kanaan seektaroonni Mootummaa hundinuu ragaa istaatistiksii hojjataa qulqullinnaan guutee yeroo jedhame keessatti xummuuruu akka qabus dhaamaniiru.

Magaalaa  Asallaatti  sekteroonni hundi guyyaa boruurraa kaasee   Sanbata tajaajila kennuu eegalu .Sadaasa 06,2017- Bulc...
16/11/2024

Magaalaa Asallaatti sekteroonni hundi guyyaa boruurraa kaasee Sanbata tajaajila kennuu eegalu .
Sadaasa 06,2017- Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Waajjiraaleen mootummaa hundii guyyaa boruurraa kaasee , Sadaasa 7 bara 2017 irraa eegalee tajaajila Sanbataa hanga sa'aatii 6:30tti kennuu akka eegalan Itti Gaafataman Waajjiraa Paablik Sarvisii Bulchiinsa Magaalaa Asallaa Obbo Dhaabaa Sabbooqaa ibsanii jiru.
Rakkoo uummata hiikuudhaaf jecha hojjatan mootummaa dabalataan guyyaa kana tajaajilaa akka kennu itti yaadamee kan murtaa’e ta’uu Obbo dhaabaan dubbatanii jiru.
Madii Fuula Facebooki Asella communication office

19/02/2017Bulchiinsa Magaalaa Asallatti Waajjira PSMQN Gamagamma Rawii Kurmana 1ffa bara 2017 Hojatoota mana hojii walii...
29/10/2024

19/02/2017
Bulchiinsa Magaalaa Asallatti Waajjira PSMQN Gamagamma Rawii Kurmana 1ffa bara 2017 Hojatoota mana hojii waliin gagefamee jira

Address

Asella
Asella
251

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira PSMQN Magaalaa Asallaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share