Oromia Agricultural Inputs and Product Regulatory Authority Asella Branch

  • Home
  • Ethiopia
  • Asella
  • Oromia Agricultural Inputs and Product Regulatory Authority Asella Branch

Oromia Agricultural Inputs and Product Regulatory Authority Asella Branch Agricultural

02/04/2026
Korporeeshiniin Bizinasii Hojiiwwan Qonnaa Itiyoophiyaa Damee Asallaa qophii sanyii gosa adda addaa bara 2017/2018 tiif ...
21/02/2026

Korporeeshiniin Bizinasii Hojiiwwan Qonnaa Itiyoophiyaa Damee Asallaa qophii sanyii gosa adda addaa bara 2017/2018 tiif sanyii soruun,haala istaandardiin kuusuun saamuda qophii taasisee sanyiin laabraatoriin akka mirkanaa'u taasisaa kan jiruu fi haali qabiinsa mana kuusaa sanyii,lootiin ol-ka'insi isaa(dheerini) istaandardii kan eggatee dha.

Dhaabatni Ethio Veg.Fru PLC qophii sanyii boqqoolloo MH 140 bara 2017/2018 tiif  sanyii soruun,haala istaandardiin kuusu...
21/02/2026

Dhaabatni Ethio Veg.Fru PLC
qophii sanyii boqqoolloo MH 140 bara 2017/2018 tiif sanyii soruun,haala istaandardiin kuusuun saamudaaf qophii taasisee sanyiin laaboraatoriin akka mirkanaa'u taasisaa jira.

Guyyaa 14/4/2018
23/12/2025

Guyyaa 14/4/2018

Guyyaa 29/2/2018 Dhaabillee Sanyii Baay'istaniif
08/11/2025

Guyyaa 29/2/2018 Dhaabillee Sanyii Baay'istaniif

Baga Ayyaana Irreecha Nagayaan Geessan!Irreechi Irree Teenya! Mallattoo Obbolummaa fi Tokkummaatti. እንኳን ለኢሬቻ በዓል በሰላም አ...
04/10/2025

Baga Ayyaana Irreecha Nagayaan Geessan!
Irreechi Irree Teenya! Mallattoo Obbolummaa fi Tokkummaatti.

እንኳን ለኢሬቻ በዓል በሰላም አደረሰን!
ኢሬቻ ሀይላችን ጉልበታችን ነው። የወንድማማችነት እና አንድነት ምልክት ነው።

04/10/2025

Address

Asella

Telephone

+251223314703

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Agricultural Inputs and Product Regulatory Authority Asella Branch posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Oromia Agricultural Inputs and Product Regulatory Authority Asella Branch:

Share