Arsi zone cooperative promotion agency ACPA

Arsi zone cooperative promotion agency ACPA Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Arsi zone cooperative promotion agency ACPA, Government Organization, ARDU, Asella.

02/08/2022

Congratulations 🎉🎉

Injifannoon Godina Arsii Akkuma itti fufeti Jira.

EBWHG Godina Arsii rawwii Hojii bara 2014tin qabxii olaanaa galmeesisuun akka EBWHG Oromiyaatti sadarkaa 2ffaa baheera.
Milkaa'ina argamee Kanaf MGT fi ogeessonii EBWHG Aanalee, Hojjattootni WHG gandaa irraa jirtan, yuuniyeenoonni, WHG Bu'uura, MGT fi ogeessoonii EBWHG Godina akkasumas Hoggansii siyaasa sadarkaa sadarkaan deeggarsaa nuf gootan hundii bu'aa galmaa'eef Baga Gammadan baga Gammannee.

"Waldaleen Hojii gamtaa meeshaa tulluu hiyyummaa ittiin dignudha"

Hojii Deeggarsaa fi Hordoffii Hojii kur.4ffaa  bara 2014 koonyaa kibba cilaaloo
25/05/2022

Hojii Deeggarsaa fi Hordoffii Hojii kur.4ffaa bara 2014 koonyaa kibba cilaaloo

Bara Oomishaa 2014/15 tif kan oolu xaa'oon haroofti gosa adda addaa hangaa amma kuntaalli 615,961.5 akka Godina Arsii ga...
21/05/2022

Bara Oomishaa 2014/15 tif kan oolu xaa'oon haroofti gosa adda addaa hangaa amma kuntaalli 615,961.5 akka Godina Arsii galee EBWHG Godina Arsii beeksiseera.
Halumaa kanaan xaa'oo gara Godina keenya galee kana akkataa Qajeelfamaa SGCGK eeggateen qonnan bulaan keenyaa bitaachuu akka qabuufi Qamooleen dhimmii ilaalatu kan sadarka sadarkaan jiran hundii tumsuu akka qaban hubaachiseera

Address

ARDU
Asella

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Arsi zone cooperative promotion agency ACPA posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share