Waajjira Misooma Magaalaa fi Manneen Go/Arsii

Waajjira Misooma Magaalaa fi Manneen Go/Arsii Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira Misooma Magaalaa fi Manneen Go/Arsii, Government Organization, Asella.

16/08/2026
Seektaroota Kilaastara Magaalaa Godina Arsii
09/08/2026

Seektaroota Kilaastara Magaalaa Godina Arsii

Waajjirri Misoomaa Magaalaafi Manneenii godina Arsii caasaa magaalotaa hojiilee bara 2018 tiin raawwii olaanaa galmeessi...
05/08/2026

Waajjirri Misoomaa Magaalaafi Manneenii godina Arsii caasaa magaalotaa hojiilee bara 2018 tiin raawwii olaanaa galmeessisaniif sirna beekamtiif badhasaa kenne.

Bu'urumaa kanaan

Bulchiinsii Magaalaa Guddattii
1Dheeraa
Mana Qopheesaa Magaalaa
1.Saguree
2.Roobee
3.Nagellee
4. Qarsaa
5. Dikisiis fi Caancoo

Mana Qopheessaa Guddattuu keessaa
1.seeruu
2.Haroo Kambeellaa
3.Minnee
4.mooyyee
5.Haliilaa

Magaalota Beekamtii adda argatan

1.Roobee
2.kulla
3.Jimaata loodee
4 Alaagaa Dureettii

Haaluma wal fakkaatuun Waajjirri Lafa magaala Dheeraa 1ffaa
Magaala mana qopheessaafi mana qopheessa guddattuu keessaa
1.Aboomsaa
2.Qarsaafi
3.Itayyaa immoo Waajjira Lafaa godina Arsiitiin beekamtiifi badhaasni kennameera.

Waajjiirii MMM Godina Arsiitti gamaaggama raawwii hojii  bara 2018 gaggeeffamaa jira.Gamaaggamichi Ittii bulchaa godina ...
04/08/2026

Waajjiirii MMM Godina Arsiitti gamaaggama raawwii hojii bara 2018 gaggeeffamaa jira.

Gamaaggamichi Ittii bulchaa godina Arsii Obbo Hirphaa Dhaabaa dabalatee,bakka, I/G Waajjirrii MMM Godina Arsii Obbo Abbas Abduroo fi Hojii Rawwchiistonnii magaalotaa hundi argamanitti gaggeeffamaa jira.

Gamaaggamichaan Gabaasni raawwii hojiilee bara 2018 hirmaattota wal tajjichaaf dhiyaachaa kan jiru yommuu ta'u,hanqinoota, ciminoota rakkoolee gurguddoo adda bahaniifi iciitii milkaa'ina raawwii hojii bara kanaa qorachuun akkaataa injifannoo caalmaa galmeessuun danda'amurratti marii'achuun kallattiin kan kaa'amu ta'uun ibsame.

Waajjirrii  MMM Godina Arsii Gamaaggama raawwii hojii mootummaafi paartii bara 2018 guyyoota lamaafi gaggeeffamaa turen ...
28/07/2026

Waajjirrii MMM Godina Arsii Gamaaggama raawwii hojii mootummaafi paartii bara 2018 guyyoota lamaafi gaggeeffamaa turen bara kana shaapiyonna Seekteraalee Godina Arsii ta'ee jira.Gsmaggamichaa bu'ura gochuun sekteraalee godinaa keesaa hojii mootummaattiin 3ffaa Hojii Paartiin 1ffaa bahuun Abbaa Shaapiyonna ta'ee Jira.

Waajjirrii  MMM Godina Arsii Gamaaggama raawwii hojii mootummaafi paartii bara 2018 guyyoota lamaafi gaggeeffamaa turen ...
28/07/2026

Waajjirrii MMM Godina Arsii Gamaaggama raawwii hojii mootummaafi paartii bara 2018 guyyoota lamaafi gaggeeffamaa turen bara kana shaapiyonna Seekteraalee Godina Arsii ta'ee jira.Gsmaggamichaa bu'ura gochuun sekteraalee godinaa keesaa hojii mootummaattiin 3ffaa Hojii Paartiin 1ffaa bahuun Abbaa Shaapiyonna ta'ee Jira.

24/07/2026

Address

Asella

Telephone

+251223316036

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Misooma Magaalaa fi Manneen Go/Arsii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share