Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii

Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii environmental protection Authority

Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii carraalee adda addaa uumuun Hawasni godinichaa misoomaa fi kununsa Bosonaa ...
28/01/2026

Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii carraalee adda addaa uumuun Hawasni godinichaa misoomaa fi kununsa Bosonaa irraa fayyadamaa Akka ta'uuf hojjechaa Jira.

Biiroon mallaqa Oromiyaa fi Abbaan Taayitaa E/Naannoo Oromiyaa akkasumas Ogessota Sagantaa REDD+ investment project Wali...
28/01/2026

Biiroon mallaqa Oromiyaa fi Abbaan Taayitaa E/Naannoo Oromiyaa akkasumas Ogessota Sagantaa REDD+ investment project Waliin ta'uun hojii Sagantaa RIP Aanaa roobeetiin hojjetamaa jiru dirree irratti erga ilaalanii booda I/A Bulchaa fi itti Gaafatamaa Wajjira Qonnaa fi lafa Aanaa Roobee Walin duubdeebii hojii fi kallattii fuldura irratti mari'achuun waligalteen xumuramee Jira.

Mukeen Biyya keessaa baayinaan Oomishuun Lafa miidhame bifa dur qabutti deebisuuf yaalii cimaan taasifamaa Jira.
16/12/2025

Mukeen Biyya keessaa baayinaan Oomishuun Lafa miidhame bifa dur qabutti deebisuuf yaalii cimaan taasifamaa Jira.

Mukeen Haadhoo ta'an Naannoon oromiyaa Ittin beekamtu eeggamanii dhalotaaf simboo Naannoo keenyaa Akka eegan Jiraataan N...
12/08/2025

Mukeen Haadhoo ta'an Naannoon oromiyaa Ittin beekamtu eeggamanii dhalotaaf simboo Naannoo keenyaa Akka eegan Jiraataan Naannoo keenyaa hunduu Eegumsa Mukeen akkasiif taasisuu qaba.

Godina Arsii keessatti bara kana Lafa Bosonaa  hektara 8000 sababoota adda addaan manca'aa Ture deebi'ee. Akka bayyanatu...
12/08/2025

Godina Arsii keessatti bara kana Lafa Bosonaa hektara 8000 sababoota adda addaan manca'aa Ture deebi'ee. Akka bayyanatuuf hojettamaa Jira.

30/11/2022
30/11/2022

Sirna Beekkamtii kennuu waldaa PFM Aanaa sirkaa Ganda Birboo fi Colleti gaggeeffame irratti hoggantotni Naannoo irraa hanga Gandaa jiran argamuun barbaachisummaa fi akkaataa waldaaleen Hirmaannaa uummataan bosona bulchuu ittiin jajjabeffamanii fi bu'aa irraa argatan irratti kallattiwanii fi ibsi taasifamee jira. Waldaan kun haaraa ta'us fulduratti waldaa fakkenya ta'ee Qabeenya bosonaa kana irratti jijjirama agarsisu akka ta'uuf tumsi gamanumaa kan tasifamu ta'uu ATEN Godina Arsii ni ibsa.

environmental protection Authority

27/10/2022
27/10/2022

World Vision Ethiopian, Qonnaan Bultoota, sektorata, sagantaalee Deggarsaa fi NGO adda addaa Godina Arsii keessa hojii Qabenya Uumamaa kununsanitiif dhimma FMNR( Farmers managing Natural Regeneration ) irratti hubannoo uumuuf magala Asallati leenjii ykn workishop gaggeessaa jira.
FMNR qabeenya bosonaa bade deebisanii kununsuun bosonomsuun uumamni deebi'ee akka of ijaaruuf tooftaa filannoo hin qabne ta'uu leenjicha irratti ibsamee jira.

27/10/2022

Address

Asella

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo Godina Arsii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share