20/04/2025
Ergaa Baga geessanii!๐ณ๐ณ๐ณ๐ณ๐๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ฟ๐ท๐ท๐ท๐ท
Waajjirri Daandii fi Loojistiikii Godina Arsii Hordoftoota Amantaa Kiristaanaa Sektaricha keessa jiran Sadarkaa Aanaarraa hanga Gubbaa jiranii fi Hordoftoota Biyya keessatti argaman Baga Ayyaana Faasikaa geessan jedha.
Ayyaanichi:-
๐ฟKan Nagaa
๐ฟKan Jaalalaa
๐ฟKan Gammachuu
๐ฟKan Badhaadhinaa
Akka ta'u hawwa!
Ayyaana gaarii!