Waajjira BWHG Aanaa Ciroo

Waajjira BWHG Aanaa Ciroo Gov't organization works on co oprating

26/06/2021
Guyyaa 12/8/2013Godina Har/Lixaa Aanaa Cirootti Omishaafi Oomishtummaa bara oomishaa 2013/2014 dabaluuf dhiheessii xaa'o...
20/04/2021

Guyyaa 12/8/2013
Godina Har/Lixaa Aanaa Cirootti Omishaafi Oomishtummaa bara oomishaa 2013/2014 dabaluuf dhiheessii xaa'oo karoorfame %90 dursee geejjibamuun buufata araddaaletti waldaalee bu'uraa bira gahee jira

Guyyaa 30/7/2013Aanaa Ciroo Araddaa Laaluu Guddootti waldaaleen hojii gamtaa cimsuuf hojjatamaa jiraWaldaan qonna maraa ...
09/04/2021

Guyyaa 30/7/2013
Aanaa Ciroo Araddaa Laaluu Guddootti waldaaleen hojii gamtaa cimsuuf hojjatamaa jira
Waldaan qonna maraa torbee tokkotti mana kuusaa ijaarratte.waldaan qusannoofi liqii dargaggeessa fi dubartoon ijaarame qusannaa liqiilee jiran duguuganii galchuun ;qusannoo isaanis sirnaan qusatan;guyyaa har'aa liqii qar.500000(kuma dhibbi shan )kennameef

Guyyaa 29/7/2013Aanaa Ciroo Araddaa Waaccuu Hormaatitti Waldaan Qusannoofi Liqii itti cimuu danda'u irratti mari'ate.Of ...
07/04/2021

Guyyaa 29/7/2013
Aanaa Ciroo Araddaa Waaccuu Hormaatitti Waldaan Qusannoofi Liqii itti cimuu danda'u irratti mari'ate.Of cimsuuf rifoormii koreeles gaggeesse .Marii kanarrattiis ogeeyyiin Waaj BWHG Aanaas argakaniiru

04/04/2021
Guyyaa 21/7/2013Godina Har/Lixaa Aanaa Cirootti Waajjirri BWHG Aanaa Ciroo raawwii hojii kurmaana 3ffaa gamaggamaa jira....
30/03/2021

Guyyaa 21/7/2013
Godina Har/Lixaa Aanaa Cirootti Waajjirri BWHG Aanaa Ciroo raawwii hojii kurmaana 3ffaa gamaggamaa jira.Gamaggama kanarrattiis hojjattoonni sadarkaa araddaafi ogeeyyiin waajjiraa hirmaatanii jiru

Aanaa Ciroo Ar/Laaluu Guddootti Waldaya Qusannaafi Liqii Hubannoofi faayinaansiin cimsuun haala itti dandahamu irratti o...
25/03/2021

Aanaa Ciroo Ar/Laaluu Guddootti Waldaya Qusannaafi Liqii Hubannoofi faayinaansiin cimsuun haala itti dandahamu irratti ogeeyyiin mariisisan

Guyyaa 13/7/2013Aanaa Cirootti Waldaan Qonna Maraa Araddaa Yaabdoo Bobbaasaa gabaa tasgabbeessuuf midhaan kun 450 gatii ...
22/03/2021

Guyyaa 13/7/2013
Aanaa Cirootti Waldaan Qonna Maraa Araddaa Yaabdoo
Bobbaasaa gabaa tasgabbeessuuf midhaan kun 450 gatii madaalawaan ummataaf dhiheessuuf sochii gaarii taasisaa jira;dhiheessii har'aafi msrsaa darbeetiin kuntaala 450 dhiheessee jira.

Address

Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira BWHG Aanaa Ciroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share