Waajjira Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo

Waajjira Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo Jirachuf nyaana male nyaataf hin jiraanuu

Godina Hararghee lixaa Bulchinsa Magaalaa Cirootti kaadhimamaa paarlamaa fi Miseensaa caaffee oromiyaa  magaalaa Ciroott...
24/03/2026

Godina Hararghee lixaa Bulchinsa Magaalaa Cirootti kaadhimamaa paarlamaa fi Miseensaa caaffee oromiyaa magaalaa Cirootti fi Aanaa bakka Bu'an Miseensaaf ifoomee jira.
Bakka Bu'oota Keenya!
1. Adunyaa Ahmad ----Paarlaamaaf
2. Fiqaaduu Miliyoon ----Caffeef
3. Usmaan Xaahaa ----Caffeef
4.Bintii Ahmad ----- Caffeedhaaf

Marii ummataa magaalaa Ciroo fi Aanaa Ciroo waliin miseensoota Mana Marii Ummataa fi Caffee waliin gaggeessine milkaa'aa...
06/03/2026

Marii ummataa magaalaa Ciroo fi Aanaa Ciroo waliin miseensoota Mana Marii Ummataa fi Caffee waliin gaggeessine milkaa'aa ture.
Waggooti 5n darban wa'ada ummataaf paartiin keenya galee hojjechaa tureen bu'aawwan gurguddaan akka galmaa'aan ragaa bahaniiru.Yeroo itti aanu keessattis mootummaan rakkoowwan hiikufii qabus iftoominaan kaasaniru.

𝗖𝗮𝗳𝗳𝗲𝗲𝗻 𝗬𝗮𝗮’𝗶𝗶 𝗜𝗱𝗶𝗹𝗲𝗲 𝟭𝟬𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗪𝗮𝗴𝗴𝗮𝗮 𝟱𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗿𝗮 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶 𝗖𝗮𝗳𝗳𝗲𝗲 𝟲𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗴𝗮𝗴𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂𝘂𝗻 𝗚𝗮𝗯𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗥𝗮𝗮𝘄𝘄𝗶𝗶 𝗪𝗮𝗹𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮 𝗪𝗮𝗴𝗴𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗿𝗮...
14/02/2026

𝗖𝗮𝗳𝗳𝗲𝗲𝗻 𝗬𝗮𝗮’𝗶𝗶 𝗜𝗱𝗶𝗹𝗲𝗲 𝟭𝟬𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗪𝗮𝗴𝗴𝗮𝗮 𝟱𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗿𝗮 𝗛𝗼𝗷𝗶𝗶 𝗖𝗮𝗳𝗳𝗲𝗲 𝟲𝗳𝗳𝗮𝗮 𝗴𝗮𝗴𝗴𝗲𝗲𝘀𝘀𝗮𝗮 𝗷𝗶𝗿𝘂𝘂𝗻 𝗚𝗮𝗯𝗮𝗮𝘀𝗮 𝗥𝗮𝗮𝘄𝘄𝗶𝗶 𝗪𝗮𝗹𝗮𝗸𝗸𝗮𝗮 𝗪𝗮𝗴𝗴𝗮𝗮 𝗕𝗮𝗿𝗮 𝟮𝟬𝟭𝟴 𝗞𝗮𝗻 𝗤𝗮𝗮𝗺𝗮 𝗥𝗮𝗮𝘄𝘄𝗮𝗰𝗵𝗶𝗶𝘀𝗮𝗮 𝗱𝗵𝗶𝘆𝗮𝗮𝘁𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝒃𝒂𝒍’𝒊𝒏𝒂𝒂𝒏 𝒆𝒓𝒈𝒂 𝒎𝒂𝒓𝒊’𝒂𝒕𝒆𝒆 𝒃𝒐𝒐𝒅𝒂 𝘀𝗮𝗴𝗮𝗹𝗲𝗲 𝗴𝘂𝘂𝘁𝘂𝘂𝗻 𝒓𝒂𝒈𝒈𝒆𝒆𝒔𝒆𝒆𝒓𝒂.

14/02/2026
Congratulations Baga Gammaddan & Baga Gammanne Koreen Fooramii Afyaa’otaa Godina Harargee Lixaa Gamaaggama guyyoota lama...
27/07/2025

Congratulations
Baga Gammaddan & Baga Gammanne

Koreen Fooramii Afyaa’otaa Godina Harargee Lixaa Gamaaggama guyyoota lamaaf gaggeessaa tureen Mana Maree Aanotaa fi Magaalaa raawwii hojii Bara 2017 sadarkaa fooyyee qabu bekkamtii kennuun xumuree jira.
Buu,uruma kanaan Sadarkaa Aanotaa baadiyyaa fi Magaalotaa keessa Aanaa Doobbaa 1ffaa Bahee jira

1. ffaa Aanaa Doobbaa
2, Aanaa Ciroo 2ffaa
3, Aanaa Xuulloo
4 , Aanaa Hancaar
Magaalotaa keessaa
1ffaa, Magaalaa Ciroo
2ffaa Magaalaa Baddeessaa

  Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo Guyyaa 5/1/2017Mana Marii Ganda Caffee Araara Yaa'ii Idilee Marsaa 6ffaa bifa add...
12/07/2025


Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo
Guyyaa 5/1/2017
Mana Marii Ganda Caffee Araara Yaa'ii Idilee Marsaa 6ffaa bifa adda taheen gaggeeffamee jira
Yaa'ii Idilee kana irratti Gabaasnii Manneen Hojii gandaa wal-duraa duubaan dhihatee marii bal'aa erga irratti tasifamen booda kallatti sirreefama ka'uun xumurame jira.

  Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo Guyyaa 29/10/2017Mana Marii Ganda Madda Beekkumsaa Yaa'ii Idilee Marsaa 6ffaa bif...
06/07/2025


Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo
Guyyaa 29/10/2017
Mana Marii Ganda Madda Beekkumsaa Yaa'ii Idilee Marsaa 6ffaa bifa adda taheen gaggeeffamee jira
Yaa'ii Idilee kana irratti Gabaasnii Manneen Hojii gandaa wal-duraa duubaan kan dhihese Bulchituu Ganda Madda Beekkumsaa dhihatee marii bal'aa erga irratti tasifamen booda kallatti sirreefama ka'uun xumurame jira.

  Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo Guyyaa 29/10/2017Mana Marii Ganda Ifaa Misoomaa Yaa'ii Idilee Marsaa 6ffaa bifa a...
06/07/2025


Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo
Guyyaa 29/10/2017
Mana Marii Ganda Ifaa Misoomaa Yaa'ii Idilee Marsaa 6ffaa bifa adda taheen gaggeeffamee jira
Yaa'ii Idilee kana irratti Gabaasnii Manneen Hojii gandaa wal-duraa duubaan kan dhihese Bulchituu Ganda Ifaa Misoomaa dhihatee marii bal'aa erga irratti tasifamen booda kallatti sirreefama ka'uun xumurame jira.

  Guyyaa 12/9/2017Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo ttiYaa'iin Marsaa 2ffaa Paarlamaa Da'imanii (P.D) manen Barnoota ...
20/05/2025


Guyyaa 12/9/2017
Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo tti
Yaa'iin Marsaa 2ffaa Paarlamaa Da'imanii (P.D) manen Barnoota bakka Itt/G/waajjira Barnoota argamanitti bifa ho'aa taheen gaggeeffamee jira
Yaa'ii kana irratti Af-Yaa'iin P.D haasawa baniinsaa gabaabaa taasisuun Gabaasnii Manneen Barnoota wal-duraa duubaan dhihatee marii bal'aa erga irratti tasifamen booda kallatti fuula dura kahuun xumurame jira.

  Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo Guyyaa 26/8/2017Mana Marii Ganda Madda Beekkumsaa Yaa'ii Idilee Marsaa 4ffaa bifa...
05/05/2025


Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo
Guyyaa 26/8/2017
Mana Marii Ganda Madda Beekkumsaa Yaa'ii Idilee Marsaa 4ffaa bifa adda taheen gaggeeffamee jira
Yaa'ii Idilee kana irratti Gabaasnii Manneen Hojii gandaa wal-duraa duubaan kan dhihese It/Anaa Bulchaa Ganda Madda Beekkumsaa dhihatee marii bal'aa erga irratti tasifamen booda kallatti sirreefama ka'uun xumurame jira.

  Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo Guyyaa 4/8/2017Mana Marii Ganda Ifaa Misoomaa Yaa'ii Idilee Marsaa 4ffaa bifa add...
12/04/2025


Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo
Guyyaa 4/8/2017
Mana Marii Ganda Ifaa Misoomaa Yaa'ii Idilee Marsaa 4ffaa bifa adda taheen gaggeeffamee jira
Yaa'ii Idilee kana irratti Gabaasnii Manneen Hojii gandaa wal-duraa duubaan erga dhihatee booda marii bal'aa erga irratti tasifamen booda kallatti sirreefama ka'uun xumurame jira.

Address

Chiroo
Asebe Teferi

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Mana Marii Bulchiinsa Magaalaa Ciroo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share