30/08/2024
Duulli amantii dahoo godhatee tokkummaa saba oromoo fi eenyummaa oromoo balleessuuf hafarfamaa jiru hegeree ummata oromoo fi biyya teenya Oromiyaa, akkasumaas tokkummaa fi obbolummaa haawas biyya teenya Oromiyaa keessa waggaa dheeraaf waliin jiraachaa ture waan diiguf gocha farrummaa oromoo fi eenyummaa oromoo ta'e kanarraa qaamni kamuu akka ifqusatu dhaamsa obbolummaa fi sabumnaa dhaamna.