Meta welkite livestock and fisheries Resource Development office

  • Home
  • Ethiopia
  • Ambo
  • Meta welkite livestock and fisheries Resource Development office

Meta welkite livestock and fisheries Resource Development office Increase the productivity and product of animals by keeping the animal health!!

Kiliniikni Fayyaa Beeyladaa gosa "B" Aanaa Meettaa Walqixxee yeroo dhiyootti tajaajila hawaasaaf kennuu eegala!! Yeroo a...
13/05/2021

Kiliniikni Fayyaa Beeyladaa gosa "B" Aanaa Meettaa Walqixxee yeroo dhiyootti tajaajila hawaasaaf kennuu eegala!! Yeroo ammaa....

Aanaa Meettaa Walqixxeetti Talaalliin dhukkuba  Taayifooyidii Lukkuu guyyaa har'aa ogeessotan kennamee jira
03/01/2021

Aanaa Meettaa Walqixxeetti Talaalliin dhukkuba Taayifooyidii Lukkuu guyyaa har'aa ogeessotan kennamee jira

Ijaarsi kiliniika Fayyaa beeyladaa gosa "B" Aanaa Meettaa walqixxee sadarkaa kanarra ga'ee jira.
05/10/2020

Ijaarsi kiliniika Fayyaa beeyladaa gosa "B" Aanaa Meettaa walqixxee sadarkaa kanarra ga'ee jira.

Talaalliin dhukkuba gogaa loonii (lumpy skin Disease) aanaa meettaa walqixxee gandoota hunda keessatti ogeessota Fayyaa ...
15/09/2020

Talaalliin dhukkuba gogaa loonii (lumpy skin Disease) aanaa meettaa walqixxee gandoota hunda keessatti ogeessota Fayyaa Beeyladaan kennamu akkuma itti fufetti jira....

Aanaa meettaa walqixxee magaala walqixxeetti Talaalliin dhukkuba gogaa loonii /lumpy skin Disease/ guyyaa har'a Qaammee ...
10/09/2020

Aanaa meettaa walqixxee magaala walqixxeetti Talaalliin dhukkuba gogaa loonii /lumpy skin Disease/ guyyaa har'a Qaammee 05/13/2012 kennamaa oolee jira. Gandoota aanaa keenyaa hundatti saganteeffamee waan kennamaa jiruuf gandoota keessan keessatti iddoo mijaatuutti "kiraashii" loon keessatti talaalamaan ijaaruun ogeessa akka beeksiftan waajjirri misooma Qabeenya beeyladaa aanaa kabajaan isin hubachiisa!!

Raabsa Marga Dashoo Aanaa Meettaa Walqixxeetti....
07/09/2020

Raabsa Marga Dashoo Aanaa Meettaa Walqixxeetti....

Waajjirri Misooma Qabeenya Beeyladaa Aanaa Meettaa walqixxeetti Qonnaan bultootni gareen ijaarramanii  Hoolaa/Ra'oota ji...
07/09/2020

Waajjirri Misooma Qabeenya Beeyladaa Aanaa Meettaa walqixxeetti Qonnaan bultootni gareen ijaarramanii Hoolaa/Ra'oota ji'oota sadiif furdisaa turaan yeroo ammaa sadarkaa barbaaddamu irraan gahuun gabaaf dhiyeessuu irratti argamu. Kanaafuu fayyadamtootni fayyadamuu barbaaddan Oomisha kana Qonnaan bultoota gareen ijaarramaniirra bitachuun jajjabeessuun barbaachisaadha. Deeggarsa taasiftaniif Galatoomaa!!

Talaalliin Ra'oota Gareef bitamaniif haala kanaan kannamaa jira.
25/06/2020

Talaalliin Ra'oota Gareef bitamaniif haala kanaan kannamaa jira.

Waajjira Misooma Qabeenya Beeyladaa Aanaa Meettaa walqixxeetti ogeessota Fayyaa Beeyladaa waliin mariin yeroo gabaabaa h...
25/05/2020

Waajjira Misooma Qabeenya Beeyladaa Aanaa Meettaa walqixxeetti ogeessota Fayyaa Beeyladaa waliin mariin yeroo gabaabaa haala of eeggannoo qabuun akkamitti hojii Misoomaa karoorfame raawwachaa jirra? Karoorfamee Raawwiin isaa kan gadi bu'e haala yeroo (dhukkuba korona) osoo hin sababeeffatin yeroo hafe keessatti raawwachuu akka dandeenyu kallattii kaawwamee jira. Of eeggannoo barbaachisu dhibee koronaaf taasisaa hojii Misoomaa Fayyaa beeyladaa eeguun itti fufna jedhan ogeessonni Fayyaa beeyladaa!!

Waajjira Misooma Qabeenya Beeyladaa Aanaa Meettaa Walqixxeetti Talaalliin Taayifooyidii Lukuu guyyaa 42ffaa haala armaan...
10/05/2020

Waajjira Misooma Qabeenya Beeyladaa Aanaa Meettaa Walqixxeetti Talaalliin Taayifooyidii Lukuu guyyaa 42ffaa haala armaan gadii kanaan kennamaa oolee jira. Raabsi Lukkuu kun yeroo dhiyootti waan raawwatuuf akka Itti qophooftan dhaamsa keenya!!!

Misooma Marga Dashoo Manduubeetti
01/05/2020

Misooma Marga Dashoo Manduubeetti

Address

Ambo

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Meta welkite livestock and fisheries Resource Development office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share