Ambo university

Ambo university Ambo university have three new branch campus! For ex .awaro campus (science & technology university these year (2008) may take 3000 engineering students!

Ambo is one of the fastest growing in expanding infra structure and now there are four univ. As branch! Awaro,guder,woliso campus!

03/10/2016

lammin keenya hundii isaanitu kan biyya keenyaf jedhanii wareegaman hundumaafu gadda guddaatu natti dhaga'amee waaqayyoo biyyo itti haa salphisuu!

30/07/2016

Baraaf murxuxxee gad jedhaniiti Jalaa darbuu!

28/07/2016

Amboon 2016 sadarkaa 11 ffaan xumuruunshee ni yaadatama haata'u malee Kan isheen sadarkaa kana qabattes Barattoota danuu ari'uuni . Kuni garuu maaf hin fooyyofamnee?

24/02/2016

Ambooo what's new?

Guyyaa facaasa yeroo maraa bobocoqna ! Kkkk !
17/02/2016

Guyyaa facaasa yeroo maraa bobocoqna ! Kkkk !

17/02/2016

Baraa kanaa ambo universitin Qormaata ulfaata qoruun barattoonni sammun isaani jeeqamera!

13/02/2016

Ambo universiti kaampaasi awwaro breakif gaafa guyya 11 06 2008 gad lakisa!

28/11/2015

ambo universitin baraa 2008 irratti mooraa teeknoloji awaro jedhamtu of keessa qabdi! kaampaasichi amman kanaa guddina saffisa irra jiraa! enginaringonni boruu abdii biyyati jedhamani egamani heddutu jiru! dabalatan amma graa facalty 9 kennuutti jira! isan kessas architect,mechnic,elec and compu,civil,food,biotechn,koto,indus. amman kana barattota heddutti lakkawaman barsiis jira. akka ragan ibsuti kampasot afur jiran kessa baayina sadarka 1ffa irra jira!

12/10/2015

barattoonni haaran bagaa nagaadhan dhuftan(awaro campus) ! rakkon kamiyyu yo isin quname contact me as well as waa'ee baruumsatif ille gorsa dhunfa isinif laachuuf qophiidha!

28/09/2015

Barattota haaraaf
engineering and computer science(awaro campus) and social(woliso campus) ,other dept. (ambo main campus)!

28/09/2015

Senoir 19 up to 21 and fresh st. 25 up to 26 melkam guzo!

26/09/2015

Address

Ambo

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ambo university posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share