Waajjira Lafa Kuta Magaalaa Haramaayaa

Waajjira Lafa Kuta Magaalaa Haramaayaa WBIL Bulchinsa magaala Haramaayaa odeeffannowwan lafaan walqabatee kan ittiin argachuu dandeessudha

21/08/2025
12/09/2024
Magaalaa Maayaa kutaa Magaalaa Haramaayaatti Guyyaa Ayyaana Bara Haaraa 2017 Sababeeffachuun Baarsiisoota Mana Baruumsa ...
12/09/2024

Magaalaa Maayaa kutaa Magaalaa Haramaayaatti Guyyaa Ayyaana Bara Haaraa 2017 Sababeeffachuun Baarsiisoota Mana Baruumsa dandeettii addaa Sadarkaa 1ffaa Almaaz Boom Kudha Afuriif Lafti Mana Jireenyaa Bakka Kantiibaa Magaalaa Maayaa Dr.Ifrahaa Waziir fi Bulchaa Kutaa Magaalaa Haramaayaa Obbo Abdurhamaan Shaarbuu dabalatee Hoggaantoonni Ol'anoon Magaalaattii fi Kutaa Magaalaa argamanitti lafti Mana Jireenyaa Kannameef.

Hojiilee Kaadstra bara 2016 karoorfame hafan guyyoot 20 itti aanan kana jeessatti 100% dhibban akka xumuru I.G.Partii KM...
20/06/2024

Hojiilee Kaadstra bara 2016 karoorfame hafan guyyoot 20 itti aanan kana jeessatti 100% dhibban akka xumuru I.G.Partii KM Haramaayaa fi I.A.Bulchaa argamuun kallatti kennaniin Hoggansi,Qindeessaa lafa akkasumaas Hojjattan waajjira lafa kallattii kenname fudhatanii akka xumaran wa'ada isaanii haroomsanii jiran.

Ariifachiisa Abbootiin Qabiiyyee Lafa Kuta Magaala Haramaayaa kanneen Maqaan keessan as jalatti manxxanfame Kaarta kaada...
16/05/2024

Ariifachiisa
Abbootiin Qabiiyyee Lafa Kuta Magaala Haramaayaa kanneen Maqaan keessan as jalatti manxxanfame Kaarta kaadastra keessan hojjatame xumuramee waan jiruuf hanga guyya 12.9.2016tiitti waajjira lafa Kuta Magaalaa,Kuta Kadastraati akka fudhattan waamicha isiniif goona.

Hojii Kaadastara Milkeessuuf Galgalaas dabalatee BUL.MAG.MAAYAATTI ,kuta Magaalaa Haramaayaatti Hijjatama jira.
14/05/2024

Hojii Kaadastara Milkeessuuf Galgalaas dabalatee BUL.MAG.MAAYAATTI ,kuta Magaalaa Haramaayaatti Hijjatama jira.

Address

Alemaya

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Lafa Kuta Magaalaa Haramaayaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Lafa Kuta Magaalaa Haramaayaa:

Share