20/03/2017
Bara dukkanaa kessaa baga gara ifaatti ceetan!!! Seenaan yommiyyuu kan hin dagaannee ummatni oromoo wanjjoo gabrumma gita bittaa sirna nafxanyaa itti fe'amee turee fi sirna abbaa irree qabsoo hadhaawaa gaggessun sirnicha ofirra fonqolchee tokkomma biyyaati qabsoo ummaataan mirkanneessee dha. Bu'urri isaas qabsoo kara bittina'an gaggeefamaa turee gaaddisa waraaqsa dimookiraasi jalaatti hundeefama Dh.D.U.O bittotesaa 17 bara 1982tti. kanaf ummata kenyaf ta'ee ummata biyyaa keenyaaf guyyaan kun guyyaa dukkunaa keessaa ifatti baane waan ta'eef; baga hundefaama dhaaba kenyaa Dh.D.U.O wagga 27ffan isiin ga'ee jecha kabaajni bara bara qabsa'ota kenyaaf yaa ta'uu!!!