Oromia Pastoralist Area Development Commission

Oromia Pastoralist Area Development Commission [email protected] is my face book user address.

28/10/2024

The future of me and the fate of my country will be bright !

02/08/2023

Namni tokko mana hojii isaa keessatti adda-duree jedhamee moggaafamuun hiikni isaa maali dha? keessumattuu mana hojii mootummaa keessatti hojjataan ykn ogeessi tokko tokko kan ga'ee hojii ifa ta'e hinqabaatin ykn immoo gaheen hojii isaa kan sirriitti beekamu illee yoo ta'e itti gafatama hojii isaa keessatti raawwii kana jedhamu utuu hin raawwatin adda duree jedhamee moggaafamun qoosaa ta'uu irra waan darbu miti. Abbaan fedhe akka fedhe qoosuu ni danda'a, garuu kisaaraa eenyuutiin akka qoosamaa jiraatama?

31/07/2023
28/07/2023

Namichi Dinqaa Abbaa Olii jedhamu waggootan soddomaa oliif aanaa Geeraa keessatti ifaan ifatti ummata dararaa kan ture dha. Yakka adda addaatiin si'a hedduu han himatamaa ture ta'us si'a tokko qofa mana murteettii dhiyaatee yakka malaan maltummaa itti mirkanaa'e baatii 6 hidhamee kan turee ta'us xurii al-naamuusummaa daanaa hinqabne waliin hojii mootummaa isaaf hinmalletti deebi'e ummata dararaa jira. Gochi isaa takkaayyuu gaaromee hin beeku. Nama kana Mootummaan seerstti dhiheessee aantummaa ummatummaa isaa mirkaneessuu qaba!

24/11/2022

Ethiopia's state-appointed human rights commission said in a statement late on Saturday that a video circulating on social media showed government security forces carrying out at least 30 extrajudicial killings in December 2021.

21/10/2022

SEENAA SHEEKH AADAM TUULAA fii yaada ummata (Yaadannoo Sheekh Aadam Tuulaa (1905-2022) By: Urjii Ahmad Kitaaba bara 2014 katabe kan Aqiidaa Ulamaa'ii teenyaa jedhurraa fuudhame.Sheekh Aadam Ahmad Hammarroo Al- Oromii. Goodina Harargee Bahaa, Aanaa Kombolchaa, Tuulaa ganda je’amtutti Abbaan ...

20/10/2022
20/10/2022
I HOPE OUR OLD EMPIRE LOVERS MIGHT HAVE CONSIDER THEM SELF AS EQUAL AS ANY US THE OROMO, SOMALY, WALAYTA SIDAMA AND OTGE...
21/02/2022

I HOPE OUR OLD EMPIRE LOVERS MIGHT HAVE CONSIDER THEM SELF AS EQUAL AS ANY US THE OROMO, SOMALY, WALAYTA SIDAMA AND OTGERS. OTHERWISE THE HATE SPIRIT AND INSULT OF THEM LEAD THE EMPIRE IN TO FRAGMENTATION.

Address

Addis A
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Oromia Pastoralist Area Development Commission posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Oromia Pastoralist Area Development Commission:

Share