Biiroo Qonna Oromiyaa

Biiroo Qonna Oromiyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Biiroo Qonna Oromiyaa, Government Official, Addis Ababa.

Godina Harargee Lixaa ===================Aanaa Ancaar Araddaa Biyyootti Xaafiin Rooba Arfaasaan faca,e Sadarka kana irra...
22/05/2024

Godina Harargee Lixaa
===================
Aanaa Ancaar Araddaa Biyyootti Xaafiin Rooba Arfaasaan faca,e Sadarka kana irra Jira.

22/05/2024
BaaleeBiyya Waaqni eebbise! Waggaa guutuu oomisha! Oomisha! Oomisha! Nuuf jiraadhaa!
22/05/2024

Baalee
Biyya Waaqni eebbise! Waggaa guutuu oomisha! Oomisha! Oomisha! Nuuf jiraadhaa!

22/05/2024

Inisheetiivii misooma dammaa
***********
Gaazexaa Bariisaa
Naannoon keenya haala mijaawaa misooma dammaatiif qabdurrratti hundaa'uun omishaafi omishtummaa dammaa dabaluun qonnaan/horsiisee bultoonniifi dargaggoonni fayyadamoo akka ta'aniif xiyyeeffannoon hojjetamaa jira.

Haaluma kanaan, bara kana gaagura ammayyaa oomishtummaan isaa olaanaa ta'e 1,000, 000 rabsuuf karoorfamee hanga ammaatti gaagurri 827,488 rabsameera.

Oomisha dammaas toonii 113,921 omishuuf karoorfamee hanga ammaattii tooniin 97,423 oomishamee jira.

Godina Jimmaa, Aanaa Oomoo Naaddaa Buufata Biqiltuu Naaddaatti hojiin inisheetiivii misooma dammaa haala saayinsaawaafi hawwataa ta'een hojjetamaa jira. BQO

22/05/2024
22/05/2024

Qabeenya uumamaa kunuunsuun jireenya ofii ijaaruudha

22/05/2024
Inisheetiivii misooma dammaa***********Gaazexaa BariisaaNaannoon keenya haala mijaawaa misooma dammaatiif qabdurrratti h...
22/05/2024

Inisheetiivii misooma dammaa
***********
Gaazexaa Bariisaa
Naannoon keenya haala mijaawaa misooma dammaatiif qabdurrratti hundaa'uun omishaafi omishtummaa dammaa dabaluun qonnaan/horsiisee bultoonniifi dargaggoonni fayyadamoo akka ta'aniif xiyyeeffannoon hojjetamaa jira.

Haaluma kanaan, bara kana gaagura ammayyaa oomishtummaan isaa olaanaa ta'e 1,000, 000 rabsuuf karoorfamee hanga ammaatti gaagurri 827,488 rabsameera.

Oomisha dammaas toonii 113,921 omishuuf karoorfamee hanga ammaattii tooniin 97,423 oomishamee jira.

Godina Jimmaa, Aanaa Oomoo Naaddaa Buufata Biqiltuu Naaddaatti hojiin inisheetiivii misooma dammaa haala saayinsaawaafi hawwataa ta'een hojjetamaa jira. BQO

Hooggantoonni Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Toleeraa Dabalaafi Obbo Eeliyaas Kadir Godina Booranaatti Giddu-Gala Horsiisaa...
28/02/2024

Hooggantoonni Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Toleeraa Dabalaafi Obbo Eeliyaas Kadir Godina Booranaatti Giddu-Gala Horsiisaafi Fooyyessa Loon Sanyii Booranaa Diida Xiyyaaraa daawwatan.

Biiroo Qonnaa Oromiyaa sanyii fooyya'oo loon Booranaa horsiisee bultootaafi qonnaan bultoota biratti babal'isuuf giddu-gala horsiisaafi fooyyessa Loon Booranaa Diida Xiyyaaraatiif deeggersa barbaachisu itti fufiinsaan taasisaa jiraachuu Obbo Toleeraa Dabalaa Itti Aanaa Hoogganaa fi Hoogganaan Damee Misooma Beeyladaa BQO ibsuun, Loon giddu-galeessicha keessa jiran Hongee bara darbeerraa dandamachuun yeroo ammaa haala gaariirra jiraachuufi kana caalaatti hojjechuun jijjiirama barbaachisu fiduuf qooda-fudhattoonni gahee isaanii akka bahatan dhaamaniiru.

Hooggantoonni daawwanicharratti argamanis loon giddu-galeessicha keessatti argaman haala ittiin horsiisa isaanii fooyyessuun inisheetiivii misooma aannaniirratti qabame milkeessuun danda'amurratti hooggansa Waajjira Qonnaa Godina Booranaafi manaajimantii giddu-galeessichaa waliin mari'achuun yaada furmaataarratti walii galamee jira.

Imala Hiyyummaa seenaa taasise # Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuu  Qamadii Jallisii Bonee
28/02/2024

Imala Hiyyummaa seenaa taasise

# Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuu Qamadii Jallisii Bonee

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Biiroo Qonna Oromiyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share