Waajjira A/Alangaa A/Magaalaa Finfinnee

Directions

Waajjira A/Alangaa A/Magaalaa Finfinnee Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waajjira A/Alangaa A/Magaalaa Finfinnee, Government Official, Finfinnee, Addis Ababa.

Bara hojii gaarii isiniif haata'u
28/09/2026

Bara hojii gaarii isiniif haata'u

13/09/2026
11/09/2026

Baga Bara Haaraa 2019 Nagaan Geessan!

Qaammee 05,2018|BAAWO|Finfinnee

Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Abbootii Alangaa fi Hojjettoota Bulchiinsaa caasaa biirichaa sadarkaan jiran hunda, akkasumas uummata Oromoo fi uummata biyya keenyaa maraan baga ayyaana bara haaraa bara 2019 nagaan isin gahe jechuun ergaa baga geessanii fi hawwii gaarii dabarsa.

Bara haaraan kun bara nagaa, jaalala, araaraa, waloomaa fi badhaadhinaa akka nuuf ta’u, akkasumas hojiiwwan misoomaa fi ijaarsa sirna haqaa keessatti galmawwan keenya akka milkaa’an kan ittiin cimsinu haa ta’u.

Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa, bara haaraa kana keessatti tajaajila haqaa si’ataa, qulqullina qabu, dhaqqabamaa fi amanamummaa uummataa horate kennuuf, ol’aantummaa seeraa fi mirgoota lammiilee kabachiisuuf kutannoon isaa caalaatti akka cimu ni mirkaneessa.

Hawaasni keenya seera kabajuu, nageenya fi tasgabbii waaraa eeguuf gahee isaa bahachuun, walqixxummaa, haqaa fi araara bu’uura godhatee waliin hojjechuu qaba.

Barri haaraa 2019 kun bara gammachuu, nagaa, fayyaa, jaalala, milkaa’inaa fi badhaadhinaa isiniif haa ta’u!

Baga Geessan, Ayyaana Gaarii!

30/08/2026
30/08/2026
29/08/2026

Address

Finfinnee
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira A/Alangaa A/Magaalaa Finfinnee posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share