Tourism Oromia - Official

Tourism Oromia - Official Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Tourism Oromia - Official, Government Organization, Addis Ababa.

"Dhaabbannikee Ilaamee Afrikaa ta'ee, Burqaan Yaadama kee Itiyoophiyaafi Biiroonkee Oromiyaa ta'us, Qe'ee ati itti dhala...
05/04/2026

"Dhaabbannikee Ilaamee Afrikaa ta'ee, Burqaan Yaadama kee Itiyoophiyaafi Biiroonkee Oromiyaa ta'us, Qe'ee ati itti dhalattetti Paartii Mootummaa Biyya gaggeessuu Badhaadhina eentu bakka bu'ee dorgome warra jettanii na gaafattaniif, Biyya Federaalawa Dimookiraatawa Itiyoophiyaa, Mootummaa Naannoo Oromiyaa, Godina Shawaa Bahaa, Aanaa Dugdaa qe'ee dhalootakoo bakka bu'anii kan dorgoman qaaliiwwan kiyyaa keessan:-
* Paarlamadhaaf:
- Kab. Ad. Loomii Badhoo Qumbii; Afa-Yaa'ii I/A Mootummaa Federaalawa Dimookiraatawa Rippaaplika Itiyoophiyaafi Miseensa Koree Hoji-Raawwachiiftuu Ol'aantuu,
* Caffeedhaf:
- Kab. Dr. Tolaa Bariisoo Gadaa; Hogganaa Biiroo Barnoota Oromiyaa, Walitti Qabaa Boordii Yuunivarsiitii Naannoo Oromiyaa, Miseensa Caffee Oromiyaafi Miseensa Koree Hoji-Raawwachiiftuu Ol'aanaa,
- Kabajamoo Ad. Masarat Guddataa Tuufaa; Hoggantuu Waajjira Misooma Magaalotaafi Manneen Godina Shawaa Bahaa, Miseensa Caffee Oromiyaafi Miseensa Kaabinee Godinichaa fi
- Kab. Ob. Gurraachoo Fareensa Baabsaa; Bulchaa Aanaa Dugdaa jaalatamtoota isin akka ijaatti ilaaltanii filachuuf akka qophooftan natti himaa jirtaniidha!"
Olyaad Bariisoo
Afri Voice
Afro - Voice Art Promotion
Olyaad Bariisoo Oromiyaa Irraa
Voice and International Views of Africa - VIVA

Mootummaan Ida'amuu Paartii Badhaadhinaatiin hogganamu Aadaafi Hawataalee Turiizimiif xiyyeeffannoo addaa kennuun hojjac...
05/01/2026

Mootummaan Ida'amuu Paartii Badhaadhinaatiin hogganamu Aadaafi Hawataalee Turiizimiif xiyyeeffannoo addaa kennuun hojjachaa jiraachuun dhugaa Ifa galeessa.
Haaluman Kanaan Hawatni Turiizimii Biyyoolessaaa Ikoo Turiizimii "Beenuunaa" Inisheetiivii Muummee Ministeeraatiin hojjatame hirmaattota Jila Buttaa Qaluu Gadaa Karrayyuu irratti hirmaataniin kan daawwatame yemmuu ta'u, jilichis dursummaa Kantiibaa Magaalichaa kab/Ob/ Aaddisuu Waaqotiin faawwachiifameera.

11/12/2025
03/06/2024
Jiillee Oromoo Dressing:Oromia Cultural Week Vibe, 2024                                                                 ...
25/05/2024

Jiillee Oromoo Dressing:
Oromia Cultural Week Vibe, 2024
أجواء أوروميا الثقافية، 1445
Sosochii Torbee Aadaa Oromiyaa, 6418
የኦሮሚያ የባህል ሳምንት እንቅስቃሴ፣ 2016

Boorana Oromoo Dressing:Oromia Cultural Week Vibe, 2024                                                                 ...
25/05/2024

Boorana Oromoo Dressing:
Oromia Cultural Week Vibe, 2024
أجواء أوروميا الثقافية، 1445
Sosochii Torbee Aadaa Oromiyaa, 6418
የኦሮሚያ የባህል ሳምንት እንቅስቃሴ፣ 2016

Tuulama Oromoo Dressing:Oromia Cultural Week Vibe, 2024                                                                 ...
25/05/2024

Tuulama Oromoo Dressing:
Oromia Cultural Week Vibe, 2024
أجواء أوروميا الثقافية، 1445
Sosochii Torbee Aadaa Oromiyaa, 6418
የኦሮሚያ የባህል ሳምንት እንቅስቃሴ፣ 2016

Gabra Oromoo Dressing:Oromia Cultural Week Vibe, 2024                                                                   ...
25/05/2024

Gabra Oromoo Dressing:
Oromia Cultural Week Vibe, 2024
أجواء أوروميا الثقافية، 1445
Sosochii Torbee Aadaa Oromiyaa, 6418
የኦሮሚያ የባህል ሳምንት እንቅስቃሴ፣ 2016

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Tourism Oromia - Official posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share