Adama Town Water Supply &sewerage Service Enterprice

Adama Town Water Supply &sewerage Service Enterprice water is life!! LOCATION AND ACCESSIBILITY
Adama town is located about 100 km South-East of Finfinne.

It is situated in the
Great Rift Valley on relatively flat lowland between two mountain ridges. The
Geographical location of the town ranges from 8027.5’N-8035.7’N and 39013.5’E-
39019’E (Figures 1.1). The town is accessible by a good asphalt road from Finfinne. It is also accessible
by asphalt and better gravel roads from West, East, North and South directions of
the country because of its strategic setting at a junction of roads leading to those
areas

06/03/2026

Water 🌊 is the life

03/11/2023
02/11/2022

22/02/2015
ABS(Adama Broadcasting Service)
Dhaabbatni tajaajila bishaan dhugaatiifi dhangala'aa magaalaa Adaamaa ijaarsa
pirojektii bishaanii mojoo Adaamaa saffisiisuuf gorsaa " MS consultance" jedhanu waliin waliigaltee haaraa mallatteesse.
************************************************
Tajaajilli bishaan dhugaatii magaalaa Adaamaa yeroo ammaa kana jiraattota magaalattiif kennamaa jiru baay'ina uummata magaalattiin kan wal gitu miti.

Kanarraa ka'uun dhiheessiin bishaanii addaan ciccituufi bishaan dhuyaatus darbee darbee booruu ta'uun madda komii hawaasaa ta'aa jira.
Rakkoo dhiheessii bishaan dhugaatii magaalaa Adaamaa hiikuuf bulchiinsi magaalichaa daggersa maallaqaa baankii misooma Afirikaarraa argateen pirojektii bishaanii Mojoo Adaamaa waggaa 2 dura eegalchiisee ture.

Haata'u malee rakkoo bishaan dhugaatii jiraattota magaalaa Adaamaa hundeerraa hiikuuf qar.biiliyoona 2 oliin ijaarsisaa waggaa 2 dura kan eegale pirojektiin kun sababa rakkoo gorsaa pirojektichaatiin harkifatee ijaarsisaa dhibbentaa 18 qofarra akka jiru ragaan dhaabbata tajaajila bishaan dhugaatiifi dhangala'aa magaalaa Adaamaarraa arganne ni mirkaneessa.

Ijaarsa pirojektii bishaanii Mojoo Adaamaa abbummaan hoogganaa kan jiru dhaabbatni tajaajila bishaan dhugaatiifi dhangala'aa magaalichaa sababa harkifannaa pirojektichaa kan ta'e gorsaa pirojektichaa duraanii waliin waliigaltee adda kutuun gorsaa biroo"MS Consultance" jedhamu waliin waliigaltee haaraa mallatteesseera.

Waliigalticha kan malletteessan hoji gaggeessaan dhaabbata tajaajila bishaan dhugaatiifi dhangala'aa magaalaa Adaamaa obbo Ahimad Abduljaliil kaayyoon waliigaltichaa danqaa pirojektichaa maqsuun ijaarsa pirojektii bishaanii Mojoo Adaamaa saffisiisuun xumurree tajaajila hawaasaaf oolchuufi jedhan.

Pirojektiin bishaan dhugaatii Mojoo Adaamaa sababa hanqina gahumsa gorsaa pirojektichaan danqamee turuu kan himan obbo Ahimad garsaa haaraa kana waliin ijaarsa pirojektichaa bifa haaraan eegale kana milkeessuuf hawaasichi daggersa bar

Address

Adama, Oromia
Adama
55

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adama Town Water Supply &sewerage Service Enterprice posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Adama Town Water Supply &sewerage Service Enterprice:

Share