East Shewa Communication

East Shewa  Communication East Shewa Communication Office
(383)

02/06/2026

Itoophiyaanotni filataniiru; Itoophiyaan injifateetti!
= =

Ijaarsi sirna dimokiraasii Mootummaa qofaan osoo hin taane, hirmaannaa uummataa bal'aan kan dhugoomu yoo ta'u, Uummanni Mootummaa isaaf ta'u filachuu, yaada isaa bilisaan ibsachuu, akkasumas hojii Mootummaan hojjetamu irratti hirmaannaa cimaa taasisuun sirna dimokiraasii jabaa bu'uuressuu keessatti qooda guddaa qaba.

Kanaafuu, dimokiraasiin dhugaa hirmaannaa uummataa irraa madduun misooma biyyaa saffisiisuun guddina diinagdee biyyaa humneessee sagalee uummataatti kabaja kan horuufi filannoo bilisaafi haqa qabeessa keessatti qooda fudhachuun, hojii misoomaa keessatti hirmaachuun biyya badhaateefi walqixxummaan lammiilee keessatti mirkanaa'e ijaara. Uummanni sagalee isaa sirnaan fayyadamee egeree biyyaasaa murteessa; Mootummaan haala kanaan filames milkaa'ina biyyaatiif karaa saaqa.

Imalli ijaarsa biyyaas imaammata, tarsimoofi sagantaa uummanni sagalee isaatiin filateen kan milkaa'udha. Kunis galma guddaa ijaarsa sirna dimokirasii keessatti mootummaan kan ijaaramu uummataan uummataaf uummata keessaa ta'uu kan mirkaneessudha.

Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa biyyi keenya Itoophiyaan gaggeessite irrattis Saboonni, Sablammoonniifi uummattoonni Itoophiyaa filataniiru. Kanaanis imalli ijaarsa sirna dimokirasii gara olka'insaatti kan ce'e yoo ta'u, kanaafis uummanni sagalee isaa kenne aarsaa kaffaluun boqonnaa haaraan akka saaqamu taasiseera.

Deemsi filannoo kunis dimokirasummaa isaatiin olitti uummanni sirna ofii ijaarrachuun dantaa isaa roga hundaan mirkaneessuuf kutannoo qabachuu isaatiif agarsiiftuu guddaadha. Boqonnaa haaraa kanaanis Itoophiyaanonni filachuun Itoophiyaa injifachiisuu danda'aniiru.

Odeeffannoo dabalataa argachuuf;
Facebook: https://www.facebook.com/oromiabc
kallacha Oromia: https://m.facebook.com
------
Telegram: https://t.me/Oromiacommunicationaffairsbureau
------
Twitter: twitter.com/OromiaBureau
------
You tube: https://www.youtube.com/
-------
TikTok: tiktok.com/

Website: https://www.oromiacommunication.gov.et/
------

02/06/2026

ኢትዮጵያውያን መርጠዋል፤ ኢትዮጵያ አሸንፋለች!

ግንቦት 25 2018 ዓ.ም

የመንግሥት ኮሙኒኬሽን አገልግሎት

ኢትዮጵያ ከዜጎቿ የፈለገችዉን ኹሉ በፈለገችው ጊዜና ኹኔታ የምታገኝ ሀገር ናት፡፡ ለሀገራቸዉ የተጠየቁትን ሁሉ ለመስጠት ወደኋላ የማይሉ ዜጎች ስላሏት በእጅጉ ኮርታለች፡፡ ከዓድዋ እስከ ሕዳሴ ግድብ፣ ከወገን ለወገን መረዳዳት እስከ አረንጓዴ ዐሻራ የዜጎቿን ተሳትፎ ጠይቃ፣ ከመሻቷ በላይ ተሳትክቶላታል፡፡ ዛሬ የተደገመዉም ይኸው ነው፡፡

ኢትዮጵያ ኢትዮጵያዊ ዴሞክራሲን ማንበር፣ በግልጽና ዴሞክራሲያዊ ምርጫ መንግሥትን መምረጥ፣ ሕገ መንግሥታዊነትን ፅኑ መሠረት ማስያዝ ትሻለች፡፡ ለዚህ ደግሞ 7ኛዉን ሀገራዊ ምርጫ እንደ ትልቅ አጋጣሚ መጠቀም አስፈልጓት ነበር፡፡

በምላሹም ከ54 ሚሊዮን በላይ ዜጎች ለመራጭነት ተመዝግበው የዛሬዋን ቀን ሲጠባበቁ ቆይተዋል፡፡ እነሆ የእናት ሀገር ጥሪን በመቀበል ዜጎች በነቂስ ወጥተው ሲመርጡ ውለዋል፤ ሌሊቱንም አጋምሰዋል፡፡ በኢትዮጵያ የምርጫ ታሪክ ዜጎች ለረዥም ሰዓታት ተሰልፈዉ ድምፅ የሰጡበት ልዩ ምርጫም ነው፡፡

ምርጫዉ እንዳይካሄድ ባዳ እና ባንዳ ተቀናጅተዉ ያልቆፈሩት ጉድጓድ፣ ያልደረደሩት እንቅፋት አልነበረም፡፡ ነገር ግን ኢትዮጵያ ለጠራችው ሀገር ወዳድ ኢትዮጵያዊ የማይቻል ነገር አልነበረምና በስኬት ተጠናቅቋል፡፡ ኢትዮጵያውን በሰላማዊ መንገድ መርጠው ኢትዮጵያ አሸንፋለች፡፡

የኢትዮጵያን የዴሞክራሲያዊ ምርጫ ጥሪ ተቀብሎ ከንጋት እስከ ምሽት በመምረጥ ምላሽ ለሰጠው ሕዝብ፣ ሕገ መንግሥታዊ ሥርዐቱ እንዲጸና እና ዜጎች በሰላም እንዲመርጡ ምቹ ዓውድ ለፈጠሩ የፀጥታ አካላት፣ ወቅታዊና ትክክለኛ መረጃ በየደቂቃዉ ሲያደርሱ ለነበሩ የመገናኛ ብዙኃን ተቋማት እንዲሁም የምርጫዉን ሂደት ለመሩ፣ ላስተባበሩ እና ለታዘቡ ሁሉ ኢትዮጵያ ታመሰግናለች፡፡

የኢፌዴሪ መንግሥት ኮሙኒኬሽን አገልግሎት

ግንቦት 25 2018፣አዲስአበባ፣ኢትዮጵያ

ለተጨማሪ የመረጃ አማራጮች
https://linktr.ee/FDREGovermentCommunication

01/06/2026
01/06/2026
Qaama miidhamtummaan hiree ijaarsa biyyaarraa nama hin daangessu!Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa biyya keenyaa irratti ...
01/06/2026

Qaama miidhamtummaan hiree ijaarsa biyyaarraa nama hin daangessu!

Filannoo waliigalaa marsaa 7ffaa biyya keenyaa irratti lammiileen keenya qaama miidhamtoonni buufataalee filannootti argamuun sagalee isaanii kennachaa jiru.



01/06/2026
 ! Itoophiyaa keessatti filannoon biyyaalessaa marsaa 7ffaan har’a adeemsifamaa jira.Filannoo kanaan lammiileen biyyatti...
01/06/2026

!

Itoophiyaa keessatti filannoon biyyaalessaa marsaa 7ffaan har’a adeemsifamaa jira.

Filannoo kanaan lammiileen biyyattii mootummaa gara fuulduraatti isaan bulchu karaa dimokiraatawaan filachaa jiru.

Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaallee keessatti, bariirraa kaasee sochiin filannoo gaggeeffamaa jira. Jiraattonni aanichaa mirga dimokiraasii heera mootummaatiin isaaniif kennametti fayyadamuun, buufataalee filannoo adda addaatti argamuun sagalee isaanii kennaa jiru.

01/06/2026




🇪🇹🇪🇹🇪🇹
🇪🇹




Address

Barreechaa
Adama
2494

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when East Shewa Communication posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to East Shewa Communication:

Share