Adama Woreda Communication

Call Directions

Adama Woreda Communication Adama Woreda Communication jijjiiramaaf hojjenna

06/10/2026

"Mootummaan haaraan hundaa'e, imaanaa uummataa itti kenname ciminaan bahachuun olka'insa biyyaa dhugoomsuuf ni hojjeta." Pirezidaanti Taayyee Asqesillaasee

Mootummaan bulchinsa gaarii ammayyeessuu, dinagdee guddaa ijaaruufi nageenya mirkaneessuuf cimsee hojjeta jedhan, Pirezidaanti Taayyee Asqesillaasee.

Miseensonni Mana Maree hawaasa sagaleesaatiin bakka isaan buufate kutannoon tajaajiluuf seeronni baasan qaroomina Itooophiyaa ammayyaa faana kan deemuufi hawaasa kan fayyadu ta'uu qaba jedhan.

Imaanaa uummataas ogummaafi ciminaan bahachuun olka'iinsa biyyaa dhugoomsuutu barbaachisa jedhan.

Mootummaan bulchiinsa gaarii ammayyeessuu,oomishaafi oomishtummaa guddisuu, qaala'iinsa jireenyaa tasgabbeessuu,tajaajiloota barnootaafi fayyaa babal'isuu,misoomawwan bu'uuraa babal'isuufi nagaafi tasgabbii hawaasaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon hojjechuu qabas jedhan.

06/10/2026

Manneen Maree Lameen Walga’ii walooo gaggeessuu eegalan

Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataafi Manni maree Fedireeshinii Walga’ii waloo gaggeessuu eegalaniiru.

Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen walga’ii waloo manneen maree lameenii kana ifatti bananiiru.

05/10/2026
“Itiyoophiyaan lammii injifataa malee injifatamaa hin qabdu” Dooktar Abiy Ahimad
05/10/2026

“Itiyoophiyaan lammii injifataa malee injifatamaa hin qabdu” Dooktar Abiy Ahimad

Dr. Abiyyi Ahimad Ministira Muummee FDRI ta'uun yeroo 2ffaaf filataman.
05/10/2026

Dr. Abiyyi Ahimad Ministira Muummee FDRI ta'uun yeroo 2ffaaf filataman.

05/10/2026
Manni maree bakka bu'oota uummataa yaa'ii gaggeessaa jiruun aadde Ayyalach Isheetee  Af_yaa'ii itti aantuu mana maree  b...
05/10/2026

Manni maree bakka bu'oota uummataa yaa'ii gaggeessaa jiruun aadde Ayyalach Isheetee Af_yaa'ii itti aantuu mana maree bakka bu'oota uummataa gochuun moggaase.

Obbo Ahmad Shiidee Af-Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa ta'uun filataman
05/10/2026

Obbo Ahmad Shiidee Af-Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa ta'uun filataman

05/10/2026

Address

Adama

Telephone

+251993467795

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Adama Woreda Communication posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

Share