Gurraacha Gurra Lootii

Gurraacha Gurra Lootii "Loltuun hin ololtu; ololtuun hin loltu!"
Jaal Marroo 💪

Jaallan "Page" kana "copy link 🔗"  tolchaa adabbii jalaa baasaa!
10/06/2026

Jaallan "Page" kana "copy link 🔗" tolchaa adabbii jalaa baasaa!

10/06/2026

Hubadhu Gootatu biyya eegaa.
Itti marsee akka kanniisaa,

Ibbuu ofi of-itti wareegee
Qabatamaatti itti agarsiisa!!

Dubbiin lafaa tunis jabduudha
baraan lafee itti cabneetii
Wal-sossobuun tunis hamtuudha
Tolaan yoom biyyas arganneetii?!!

Jabaadhu Jaal koo.✊️❤️🌳

07/06/2026

Address

Oromia
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Gurraacha Gurra Lootii posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share