Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa

Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa, Public Service, Adama.

Gadda Onnee Namaa Cabsu Du'a TasaaDargaggoo Xaafaa Yaadechaa Qumbii balaa tasaan kichuutti adunyaa kanarraa boqote.Darga...
13/07/2024

Gadda Onnee Namaa Cabsu Du'a Tasaa
Dargaggoo Xaafaa Yaadechaa Qumbii balaa tasaan kichuutti adunyaa kanarraa boqote.
Dargaggoo Xaafaa Yaadechaa waldaa dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa keessatti sadarkaa gara garaatti dargaggootaaf fakkeenya gaarii ta'ee hojachaa turera. Sadarkaa Aanaa ( yeroo sanatti), Kutaa magaalaa fi magaalaatti adda durumaan miseensa koree hoji raawwachiiftuu hanga Itti gaafatamaa Waldaa dargaggoo bulchiinsa magaalaa Adaamaa ta'uun dargaggoo hojachaa turedha. Yeroo ammaa I/G Abbaa Taayitaa Konistiraakshinii Kutaa Magaalaa Danbalaa ta'ee osoo uummata isaa tajaajilaa jiruu balaa tasaan addunyaa kanarraa boqoteet jira.
Rabbiin lubbusaa haa maaru maatiisaa, firoottan isaa fi hiriyoota isaaf jajabina haa kennu.

Jarmiyaalee Bulchiinsa Magaalaa Adaamaaf Sirni Beekamtii Kennuu Gaggeefameet Jira.   Qaxaleewwan Isiniif Mala Baga Gamma...
30/06/2023

Jarmiyaalee Bulchiinsa Magaalaa Adaamaaf Sirni Beekamtii Kennuu Gaggeefameet Jira.
Qaxaleewwan Isiniif Mala Baga Gammaddan!

Guyyaa 11/10/2015Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Jarmiyaaleen Dargaggoo Magaalaa  Adaamaa Duula Bool'a Biqiltuu qopheessu...
18/06/2023

Guyyaa 11/10/2015
Bulchiinsa Magaalaa Adaamaatti Jarmiyaaleen Dargaggoo Magaalaa Adaamaa Duula Bool'a Biqiltuu qopheessu Irratti Hirmaachaa Jiru.

Guyyaa har'aa koreen waldaa dargaggoo bulchiinsa magaalaa Adaamaa dargaggoo Roobsan Abdataa sababa hojiif bakka biraatti...
20/12/2020

Guyyaa har'aa koreen waldaa dargaggoo bulchiinsa magaalaa Adaamaa dargaggoo Roobsan Abdataa sababa hojiif bakka biraatti waan barbaadameef qabeenya waldaa BMA wal harkaa fuudhinsi taasifamee jira.

Jaarmiyaa dargaggoota magaalaa Adaamaaf Leenjii carraa hojii uumuu fi hubannoo barmaatilee miidhaa geesisan hir'isuu irr...
16/12/2020

Jaarmiyaa dargaggoota magaalaa Adaamaaf Leenjii carraa hojii uumuu fi hubannoo barmaatilee miidhaa geesisan hir'isuu irratti waajira dhimma dubartootaa daa'imanii fi dargaggoota magaalaatiin kennamafi jira.

Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti duulli biqqiltuu kununsuu ganna darbe dhaabame Dargaggootaa fi jiraatoota magaalaa Adaama...
12/12/2020

Bulchiinsa magaalaa Adaamaatti duulli biqqiltuu kununsuu ganna darbe dhaabame Dargaggootaa fi jiraatoota magaalaa Adaamaan dhaadannoo "Biqqiltuu ni kununsina aramaa ni buqqifna" jedhuun milkaayina guddaan geggeefamet jira.

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Dargaggoo Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category