Waajjira A/Alangaa Godina Magaalaa Adaamaa-የአዳማ ከተማ ዞን ዐ/ሕግ ጽ/ቤት

  • Home
  • Ethiopia
  • Adama
  • Waajjira A/Alangaa Godina Magaalaa Adaamaa-የአዳማ ከተማ ዞን ዐ/ሕግ ጽ/ቤት

Waajjira A/Alangaa Godina Magaalaa Adaamaa-የአዳማ ከተማ ዞን ዐ/ሕግ ጽ/ቤት Fulli hawwasummà kun waa'ee seeràa fi oďeeffannoo waajjira keenyaa yeroo yeroon isin bira gahuuf

07/03/2026

Falmii Waajjiiri abbaa Alangaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa taasiseen yakkoota daa'immanii,malaammaltummaa irrattii murtoowwaan barsiisoo kennaman.

13/02/2026

Daawwadhaa

06/02/2026
15/01/2026
Waajjirri Abbaa Alangaa Magaalaa Adaamaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2018 gaggeessaa ture xumure**Gamaa...
27/12/2025

Waajjirri Abbaa Alangaa Magaalaa Adaamaa gamaaggama raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2018 gaggeessaa ture xumure
**
Gamaaggamni kun waajjiraalee Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Adaamaa 6 waliin gamaaggamamaa ture yommuu ta'u, gabaasa dhiyaate irratti gaaffii fi ibsi deebii namoota ilaallatuun itti kennameera
**
Dhuma irratti, Itti aanaa, fi Ittigaafatamtuu waajjiraan wal duraa duubaan gamaaggamicha irratti yaada kennanii kallattii hojii kurmaana 3ffaa bara 2018 kennuudhaan goolabamee jira

Muddee 18, bara 2018~Adaamaa

Dursaa garee Dagaagina naamusaa fi Inispeekshinii Waajjira Abbaa Alangaa Magaalaa Adaamaa obb.Girmaa Tolosaa bu'aa sakat...
27/12/2025

Dursaa garee Dagaagina naamusaa fi Inispeekshinii Waajjira Abbaa Alangaa Magaalaa Adaamaa obb.Girmaa Tolosaa bu'aa sakatta'insa odiitii galmee yeroo dhiyeessan suuraa mul'isu
Muddee 18, bara 2018~Adaamaa

Gabaasni raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2018 Waajjira Abbaa Alangaa Magaalaa Adaamaa  obb. Namee Taammiruun yeroo dhi...
27/12/2025

Gabaasni raawwii hojii kurmaana 2ffaa bara 2018 Waajjira Abbaa Alangaa Magaalaa Adaamaa obb. Namee Taammiruun yeroo dhiyaatu suuraa mul'isu

Ittigaafatamaan Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Bokkuu shanan gabaasa raawwii hojii karoora kurmaana 2ffaa b...
27/12/2025

Ittigaafatamaan Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Bokkuu shanan gabaasa raawwii hojii karoora kurmaana 2ffaa bara 2018 yommuu dhiyeessan suuraa mul'isu

Muddee 18, bara 2018 ..Adaamaa

Ittigaafatamaan Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa gabaasa raawwii hojii karoora kurmaana 2ffaa bar...
27/12/2025

Ittigaafatamaan Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Abbaa Gadaa gabaasa raawwii hojii karoora kurmaana 2ffaa bara 2018 yommuu dhiyeessan suuraa mul'isu

Muddee 18, bara 2018 ..Adaamaa

Ittigaafatamtuun Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa gabaasa raawwii hojii karoora kurmaana 2ffaa bara ...
27/12/2025

Ittigaafatamtuun Waajjira Abbaa Alangaa Aanaa Kutaa Magaalaa Dambalaa gabaasa raawwii hojii karoora kurmaana 2ffaa bara 2018 yommuu dhiyeessan suuraa mul'isu

Muddee 18, bara 2018 ..Adaamaa

Address

Adama

Telephone

+251956676368

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira A/Alangaa Godina Magaalaa Adaamaa-የአዳማ ከተማ ዞን ዐ/ሕግ ጽ/ቤት posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira A/Alangaa Godina Magaalaa Adaamaa-የአዳማ ከተማ ዞን ዐ/ሕግ ጽ/ቤት:

Share