Waajjira Qonnaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa

Waajjira Qonnaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa Badhaadhina Maatii Mirkaneessuuf Jabaannee Hojjenna

16/05/2024

-08-09-2016

Waajjirri Qonnaa Aanaalee Kutaa Magaalaa fi :-
1.Aanaa Malkaa Adaamaa
2.Aanaa Wanjii
3.Aanaa Dhakaa Adii karoora Misooma Qonnaa Xumurtanii waan jirtaniif Gabaasa -Qotamaa jiruu Guyyaa guyyaan Gabaasaa deemtu.
-Damee Qabeenya Beeyiladaa immoo Guyyaa har'aa irraa galchaa deemaa.

Aanaaleen Kutaa Magaalaa -shanan fi jala jirtan,
1.Aanaa Awaash
2.Aanaa Torban Oboo
3.Aanaa Aroorettii
4.Aanaa Solloqqee Dongorree
5.Aanaa Caffee fi
6.Aanaa Hangaatuu
# ogeessa Karoora ykn Bakka Bu'aa Kutaa magaalaa fi Aanaa keessanii qabatanii karoora keessan Sadarkaa Waajjira Qonna Bulchiinsa Magaalaatti akka galchinu waamicha isinii dabarsina.
Guyyaa hin Qabnu waan ta'eef Guyyaa 08/09/2016 irraa eegaltanii hanga guyyaa 09/09/2016 tti Leenjiin irra deebi'ee isinii kennamuu yoo barbaachisee Irra deebinee isinii kennuu dandeenya.
Hoggantootni Aanaa fi Kutaa Magaalaa kanneen irra jirtan xiyyeeffannaa itti kennaatti karoorri kun guyyaa har'aa haa xumuramu.

Aanaaleen Kutaa Magaalaa fi Gabaasa lafa qotamaa jiruu website www.agmis.gov.et jedhu irratti nuu ergaa jiru. Aanaaleen kutaa Magaalaa shanan fi jala jirtan Madaallii Amma Qabnuun Duubatti haftanii jirtu.

Waajjirri Qonna Bulchiinsa Magaalaa Rijiyoopoolisii   Bara 2016 Hojii Misooma Sululaa Bifa   ta'een Hojjechuuf jecha,  M...
17/02/2024

Waajjirri Qonna Bulchiinsa Magaalaa Rijiyoopoolisii Bara 2016 Hojii Misooma Sululaa Bifa ta'een Hojjechuuf jecha, Muuxxannoo bara qaban namoota #22(Digdamii lama) irraa deeggarsa Gaafachuun Guyyaa 15 (kudha shaniif) Kutaa Magaalaa -shanan Dheeraa irratti -hojii -Ajaa'iba ta'e hojjechiisuu eegalee jira.
Qaamoota Hojiin kun akka Milkaa'uuf nu cinaa Dhaabbatan,Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa -Obbo Hayiluu Jaldee, /Antoota ` Qopheessaa,fi Hojiin Kun akka milkaa'uuf gumaacha taasisaa jirtan hundaaf,Galata Guddaa isiniif qabna.
Keessattuu # Hogganaa Waajjira Qonnaa Bulchiinsa Magaalaa Rijiyoopoolisii .Nuuraddiin Mahaammad Hojii kana Bifa Addaan Hojjechiisuuf jecha Kan Namoota Muuxxannoo qaban Harargee irraa akka dhufan nuuf taasisan.
Galatooma.
Deegarsi keessan nu waliin haa turu.

Daawwannaan hojiilee misoomaa hooggantoota ol'aanoodhaan Magaalaa   gaggeeffame jira.*** Daawwannaa kana irratti 1.Pirez...
10/02/2024

Daawwannaan hojiilee misoomaa hooggantoota ol'aanoodhaan Magaalaa gaggeeffame jira.
***
Daawwannaa kana irratti 1.Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Amaaraa Obbo Kabbadee,
2. Pirezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Abdiisaa akkasumas
3.Miseensa koree hoji raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa Ristuu Yirdaaw Argamanii jiru.

Daawwannaa kanaaniis Hojiileen Waajjirra Qonna Magaalaa Adaamaatti Hojjetamaa turaniifi jiran 01/06/2016 tti ilaalamanii jiru.

19/01/2024

Address

Adama

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
Tuesday 09:00 - 17:00
Wednesday 09:00 - 17:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
Saturday 09:00 - 17:00
Sunday 09:00 - 17:00

Telephone

+251954534609

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waajjira Qonnaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Waajjira Qonnaa Bulchiinsa Magaalaa Adaamaa:

Share