United of Gedeb/Hasasa

United of Gedeb/Hasasa We are struggling for our Justice, our Democracy and for our freedom. Abbaan Biyyaa Oromoodha

Godinni Arsii Lixaa horii booranaa  ji'a 3f  fiinoo nyaachisaa ture gabaaf dhiheessuuf walitti qabee laakkawataa jira
22/10/2020

Godinni Arsii Lixaa horii booranaa ji'a 3f fiinoo nyaachisaa ture gabaaf dhiheessuuf walitti qabee laakkawataa jira

Qeerroo Aanaa Gadab Hasaassatif Akkassumas Qeerroo Waqeenxaraa EddootiifNamni suuraa irratti argitan kun Maqaan isaa Idi...
18/10/2020

Qeerroo Aanaa Gadab Hasaassatif
Akkassumas Qeerroo Waqeenxaraa Eddootiif
Namni suuraa irratti argitan kun
Maqaan isaa Idiriis Wattee Fixoraa
jedhama
Eddoon dhalootaa bahima
Dalagaan isaa basaastuu
Amma bilchaa magalaa waqeenxaraa godhanii muudanii jiru
Kanaaf gurbattiin gantuun tun ummata keenna fichisiisaa turtee.ammas fichisiisuu Heddi
Gocha diinummaa kana irraa akka of qusatu dhaamsa obbolummaa dhanaaf.kana ta'uu baannaan rakkoo isa irra gahuuf.itti gaafatamaan matuma isaati
Ummanni keenna akka irraa of egadan Jenna gurbatti najisa tana

Heexoo Rabbi hadheesse Dammi hin mi'eessu
29/09/2020

Heexoo Rabbi hadheesse
Dammi hin mi'eessu

Gurbaan Daalachi kun Bashiir Aadam jedhama Bulchaa Aanaa Gadab Hasassaati gaafa duraa gadab dhufu gadabiin likkitti galc...
25/09/2020

Gurbaan Daalachi kun Bashiir Aadam jedhama Bulchaa Aanaa Gadab Hasassaati gaafa duraa gadab dhufu gadabiin likkitti galcha jedhee dhaadataa ture keessa namaa hin beektu keessa qabattee namaaf laatti jedhamaamiire
Qunnaa ofiitiin nama safarti jedha JM
Akkuma kadhatee dhufeen Asii na ofaa jedhee warwaataa jira
Nuti ammoo jiruun asii hindeemtu du'aan male Jenna
Jiruun Hasaassa dhuftee du'aan kankee asii deema yoo rabbi jedhe

Warroota TPLF Dhugaa oromoo akka awwaalaniif qopheessite  PP ammoo Awwalchisiisaa jirtu
25/09/2020

Warroota TPLF Dhugaa oromoo akka awwaalaniif qopheessite PP ammoo Awwalchisiisaa jirtu

Ergamtoota NafxiIlmaan baanda Warrota dhiiga ilmaan oromoo Dhugee akka bofaatti muuxateGaaf tookko haqisuuf jirtan yoo r...
19/09/2020

Ergamtoota Nafxi
Ilmaan baanda
Warrota dhiiga ilmaan oromoo
Dhugee akka bofaatti muuxate
Gaaf tookko haqisuuf jirtan yoo rabbi jedhe

08/09/2020
08/09/2020
Gadab malaa Hasaassa Guyyaa 3ffaa
08/09/2020

Gadab malaa Hasaassa
Guyyaa 3ffaa

Ilmaan Awal Abdii Bulchaa Aana gadab HasaassaObbo Bashiir Aadam Hogganaa dhaaba / ppObbo Huseen muhammadWarra dhiiga ilm...
05/09/2020

Ilmaan Awal Abdii
Bulchaa Aana gadab Hasaassa
Obbo Bashiir Aadam
Hogganaa dhaaba / pp
Obbo Huseen muhammad
Warra dhiiga ilmaan dhuguu bare
Dhiigni hin baha yoo rabbi jedhe
Keessattu kan 12/11/2012
Ummata salaate masgiidaa yaa'u irratti waraana labsitanii kaan Ajjeeftanii kaan caccabsitan
Hin hafu inshaa Alla

16/08/2020

Wayyaane ofirraa galchinaan
Goobanni boollaa nutti ka'e
Kanaaf Awwaala isaatti deebisuun
Dirqama keennaa
Tokkummaan hakaanu haafalmannu
Dhugaa qabna
Haqa qabna
Nifalmanna
Nimoona

Send a message to learn more

Adresse

Berlin

Webseite

Benachrichtigungen

Lassen Sie sich von uns eine E-Mail senden und seien Sie der erste der Neuigkeiten und Aktionen von United of Gedeb/Hasasa erfährt. Ihre E-Mail-Adresse wird nicht für andere Zwecke verwendet und Sie können sich jederzeit abmelden.

Die Organisation Kontaktieren

Nachricht an United of Gedeb/Hasasa senden:

Teilen