Waqefata TV

Waqefata TV 24

31/08/2022

https://youtu.be/tueOjsAG7x4

Kutaa 2ffaa Awalcha Machbuba ykn Bililee
Biyyaa German Magaalaa Bad Muskau tii.
Waronii isheen Muslimaa Jetanii Naa gafataan
Sennaa ishee dubisaa.
Dogongoraa Kutaa Jalqabaa irrati Maqaan Bataskanichaa Jacobskirsche jedhamaa.
Johannes mitii.

27/08/2022
25/08/2022

Awalcha Machbuba ykn Bililee. Biyyaa German magaalaa Bad Muskau tii kanii argamtuu dawadaa Waroonii German kessaa jirtaan Afaan qoftii bu'aa hin qabuu dhaqaa Dawadhaa
https://youtu.be/tueOjsAG7x4

25/06/2022

10/08/2021

Jawer

14/05/2021

Komishiniin Mirga Namoomaa Itoophiyaa ajjeechaa magaala Dambidoollootti dargaggoo Amaanu'eel irratti raawwatamee ajjeechaa manni murtii hin ajajiin( extrajudicial) jechuun balaaleffate.
***********
Komishiniin Mirga Namoomaa ibsa marsaalee hawaasaa isaa gubbaatti maxxanseen ''ajjeechaan shakkamaa yakkaa Amaanu'eel Wandimmuu irratti qaamolee nageenyaan'' Wiixata kaleessaa raawwatame ''rifaasisaadha'' jedhe.
''Komishinichi ajjeechaa manni murtii hin ajajiin kamuu jabeessee balaaleffata, duula seera kabachiisuuf godhamu keessatti maloota seeraan alaa fayyadamuun akka hafu irra deebiin dhaama'' jedheera.
Ajjeechaa manni murtii hin ajajiin(extrajudicial killing) amantaa namni olaantummaa seeraa irraa qabu laaffisee, bu'aa gama kanaan argames boodatti deebisaa jedha ibsi Komishinichaa.
Aanga'oonni dhimma ajjeechaa kanaa atattamaan qoratanii tarkaanfii barbaachisu akka fudhataniis dhaameera.
Komishiniin Mirga Namoomaa dhimma kana itti dhiyeenyaan hordofaan jiras jedheera.
Ajjeechaa dargaggoo Amaannu'eel Wandimmuu ilaalchisee gabaasa BBC'n qopheesse hidha gajallee kana jiru banuun dubbisaa
https://bbc.in/2QaDYia

20/01/2021

“Ximqatni (cuuphaan) waan guddaadha. Bareedanii taabota deemuutu jira. Taabota sana yeroo deeman ni ragadu, wal kaadhimatu”

“Dargaggeessi ulee/shimalafi shaashii wadaajii ykn qabdoo isaarraa fuudhe qabatee, goofareesaa filatee deema. Shamarreenis shurrubbaa adda-jalee jedhamu dhahattee babbareeddee shaashii yookin naxalaa qabdu qabattee deemti.''

Kana malees shamarran wadaajii isaaniitif karameellaa qabatanii deemunis baramaa ta’uu himu.

Guyyaa ayyaana Cuuphaa yaadannoo akkamii qabdu isin?

Waa'ee qabiyyeewwan aadaa ayyaana kanaa waan odeeffanne akkanaan qixeessineerra, dhiyaadhaa 👇👇
https://bbc.in/3qCZSHh

Adresse

Bad Muskau
02953

Öffnungszeiten

Montag 09:00 - 17:00
Dienstag 09:00 - 17:00
Mittwoch 09:00 - 17:00
Donnerstag 09:00 - 17:00
Freitag 09:00 - 17:00
Samstag 09:00 - 22:00

Webseite

Benachrichtigungen

Lassen Sie sich von uns eine E-Mail senden und seien Sie der erste der Neuigkeiten und Aktionen von Waqefata TV erfährt. Ihre E-Mail-Adresse wird nicht für andere Zwecke verwendet und Sie können sich jederzeit abmelden.

Teilen