Dabe Subcity prosperity Party In Adamaa

Dabe Subcity prosperity Party In Adamaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dabe Subcity prosperity Party In Adamaa, Adama.

26/07/2024
Beeksisa Qacarrii Kana Galmaa'aa!====================Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Dargaggoota  fedhii Qaban Miseens...
26/04/2024

Beeksisa Qacarrii Kana Galmaa'aa!
====================
Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa Dargaggoota fedhii Qaban Miseensa Raayyaa Ittisa Biyyaatti Makee Leenjisuu waan barbaaduuf Dargaggoonni Ulaagaa armaan gadii guuttan guyyaa 15-08-2016 Hanga 09-09-2016tti Magaalaa Adaamaa Kutaa Magaalaa Caffee biiroo Bulchiinsa fi Nageenyatti akka dhuftan

Ulaagaaleen barbaachisoon:-
1.Heeraa fi seera Mootummaa Kan kabajuu fi tajaajila kennuuf fedhii kan qabu.
2.Walqixxummaa Sabaafi sab-Lammootatti kan amanu.
3.Uummata biratti fudhatama kan qabu/du fi Araada Adda Adda irraa bilisa kan ta'e/te.
4.Kana dura Miseensa Poolisii fi Hoomaa Waraanaa Kan hin turre.
5.Lammii Itoophiyaa kan ta'e/te fi naannoo filatamu irra waggaa 2 fi isaa ol kan ture/te.Ganda keessa jiraatu irraa waraqaa eenyummaa fi yakka irraa bilisa kan ta'e/te dhiyeeffachuu kan danda'u.
6.Fayyaa guutuu kan qabu/du fi dhibee adda adda irraa bilisa kan ta'e/te FKN dhibee Sukkaraa,kintaarotii fi Godaannisa Adda Adda irra bilisa kan ta'e/te.
7.Dheerina Dhiiraaf 1.60 fi Dubaraaf 1.55
8.Ulfaatina Dhiiraaf Kg 50-75 Dubaraaf Kg 45-66
9.Umurii 18-24 kan ta'e/te,
✍️Haala Barnoota
:-
Dhiiraaf Ragaa ministirii Kutaa 8ffaa fi ulaaga armaan olii kan guutu galmaa'uu danda'aa
9ffaa fi 10 ffaa kan qabuu fi
Dubaraaf Level III fi isaa Ol kan qaban
ulaaga armaan olii kan guutu galmaa'uu danda'aa
Ogummaadhaan✅:-
Digirii fi isaa Ol kan qaban Gosa Ogummaa Fayyaa,Enginering, Eebbifamee bara 2011 kaasee hanga 2015 tti qabxii 140 fi isaa ol kan qaban.
Iddoo Galmee
1ffaa Waajjira Bulch.Nageenya aanaa caffee biiroo lakk 10
2ffaa waajjira poolisii aanaa Caffee
3ffaa Waajjira Zooniiwwan aanaa Caffee Hunda keessatti
Guyyaa galmee
Guyyaa Hundaa sa'aa 24/7

Gurmaa'insi Cimaan Nageenya waaraa fi misooma Amansiisaaf❗  AMAJJII 04/2016 Magaalaa Adaamaa Bulchiinsa Kutaa Magaalaa D...
14/01/2024

Gurmaa'insi Cimaan Nageenya waaraa fi misooma Amansiisaaf❗


AMAJJII 04/2016
Magaalaa Adaamaa Bulchiinsa Kutaa Magaalaa Daabee Aanaa ,ijaarama haaraa Zooniif garee misoomaa irra deebiin ijaarame waliin haala hojii nageenyaa fi misoomaa hojjachuun danda'amu irratti mariin gaggeeffamuun kallattiin hojii fuulduraa kennameera.

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dabe Subcity prosperity Party In Adamaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share