Mana Murtii Aanaa Waamaa Hagaloo - Wama Hagelo Woreda Court Office

  • Home
  • Mana Murtii Aanaa Waamaa Hagaloo - Wama Hagelo Woreda Court Office

Mana Murtii Aanaa Waamaa Hagaloo - Wama Hagelo Woreda Court Office Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Mana Murtii Aanaa Waamaa Hagaloo - Wama Hagelo Woreda Court Office, Government Organization, Ethiopia, Oromia, Nekemte, .

  Raawwii Hojii # Manni Murtii Aanaa Waamaa Hagaloo  gaafa 29/10/2013 Hawaasa Mana Murtichaa hunda kan hirrmaachise Gama...
06/07/2021

Raawwii Hojii #
Manni Murtii Aanaa Waamaa Hagaloo gaafa 29/10/2013 Hawaasa Mana Murtichaa hunda kan hirrmaachise Gamaggama Raawwii Hojii Kan Bara 2013 taasiseera. Gamaggama taasifameenis ciminoonni jiran akkuma jiranitti fudhatamuun hanqinoota raawwii hojii keessatti mudatan madda isaanii waliin adda baasuun kallattiin xiyyeeffannoo itti aanu akeekameera.
Xiyyeeffannoo itti aanuu keessaa miidhaa Dubartootaa fi Daa’imman irra gahuuf furmaata laachuu, namoota harka qalleeyyii ta’aniif tajaajila bilisaa akka laatamu gochuu fi si’aayinaan tajaajila laachuu cinatti dhimma qulqullina KTAS irratti daraan xiyyeeffannoo laachuun hojjetamuu akka qabau kallattiin kaa’ameera

03/02/2021

Manni Murtii Aanaa Waamaa Hagaloo akkuma Manneen Murtii Aanaalee Oromiyaa kanneen biroo Kenninsa Tajaajila Abbaa Seerummaa karaa haqa qabeessummaa fi qulqullina isaa eeggateen uummatasaa tajaajiluuf ergamaa fi mul'ata mataa isaa qabatee hojjechaa kan jiru yommuu ta'u, akkasumas karaa midiyaalee hawaasaas hojiiwwaan mana hojichaan hojjetaman beeksisuu fi hanqinoota hubannoo Seeraa dhabuudhaan hawaasa keessatti mul'atu irratti hubannoo Seeraa kennuuf shoora olaanaa waan qabuuf toora facebook fi page mataa keenyaa banannee waan jirruuf yaada keessan akka nuuf qooddaanii fi karaa toora kanneeniin akka nu hordoftan isin beeksisuu barbaanna.

Galatoomaa !

Address

Ethiopia, Oromia, Nekemte

Telephone

+251574470014

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Murtii Aanaa Waamaa Hagaloo - Wama Hagelo Woreda Court Office posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Mana Murtii Aanaa Waamaa Hagaloo - Wama Hagelo Woreda Court Office:

  • Want your organization to be the top-listed Government Service?

Share