Jaal Hurgufaa Diinaa

Jaal Hurgufaa Diinaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Jaal Hurgufaa Diinaa, Shambu.

22/06/2025

Sirba Qabsoo HAaraa Jaal Ijaraa Sabaa itti Dhiyaadhaa!

21/06/2025
Sirba jaal   hedduu namatti tolu qopheessuun isiin dhijaate jira gama youtube   hordofuun   gochuu hin dagatina adaraa k...
21/06/2025

Sirba jaal hedduu namatti tolu qopheessuun isiin dhijaate jira gama
youtube hordofuun gochuu hin dagatina adaraa keessan

Sirba Qabsoo HAaraa Jaal Ijaraa Sabaa itti Dhiyaadhaa!

~Warri ulfa garbummaa baatee uummatasaa baachisuuf qalqalloo ekeraa minilk baadhatee oromiyaa keessa sosso'u hirree WBON...
01/05/2025

~Warri ulfa garbummaa baatee uummatasaa baachisuuf qalqalloo ekeraa minilk baadhatee oromiyaa keessa sosso'u hirree WBON ni gatatti eeggadhu.

Uummanni oromoo yeroodhaa yerootti ulaagaa bilisummaa dagachiifamee sobamee sossobamee xoofoo garbummaa baachifamee gaarriif dachaan inni hin baane hin turre,har'a garuu sana hundayyuu beekee ilmaan isaa gudeeda isaa keessaa baate kan maalummaa bilisummaa fi garbummaa adda baastee beekteen faayamee qabsoo mirga abbaa biyyummaa geggeessuutti jira.

Warri dhaalmayaan ekeraan hoogganamuu bare sun bilisummaa argee waan hin beekneef akka sabni kun argu hin eeyyamu ,sabichis garboomee jiraachuu hin eeyyamu kanaaf qawweetu adda baasa kanaaf qawween furmaata jedhee WBON itti ciche quba qabaadhu.

Hadhooftuun liqimfamuu didee qoonqootti rakkatee jiru dhugaa oromoon lafasaa oromiyaarratti qabu deebisuu waan hin dandeenyeef barbaachisummaa waraana bilisummaa oromoo itti didanii hadhooftuu sana liqimsuu qabu.

Sirna ekeraan hoogganamu oromiyaa keessaa qulqulleessinee biyya OROMIYAA of dandeesse ijaaruuf qabsoon ABO-WBON geggeessu akka urjiitti mul'atee jira.

Qabsoon nuti geggeessinu yaada dhugaa ukkaamfame ,seenaa dhugaa awwalame awwaalaa baasnee siidaa ekeraa garboomfataa jigsinee siidaa wareegamtootaa dhaabuudha . .

IUOFâť—

01/05/2025

Gaachana sirnaa,milishaa,Riphee Lola,humna Addaa,polisii Federaalati hanga Raayyaa Ittiisaa Biyyaati Waranaati himaachisee turee Impaayerichii garuu ammaa milkaayuu dadhabnaani lakkoofsa namoota xiqqaachu malee kan biroosi dabalaa jiraa caarraan du'uu ammaa kan kabinee waan taa'uu fakkaata guyyaa borii irraa jalqabee
Bulchoota Godinaa
Bulchoota Aanaa
Bulchoota Gandaa dabareen leenji loltumaa fudhaachu m***a leenji seenu jedhaame eggaama leenji yoo xumurtaani koota WBOn qophii xumuree isaan eega jira.

Address

Shambu

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jaal Hurgufaa Diinaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Organization

Send a message to Jaal Hurgufaa Diinaa:

Share